“Impaayera tana keessatti Oromoon eenyummaa isaatiin balfamee dhiittaa mirga namoomaa fi sarbama dhala namaa kamirrattuu hin raawwatamne nurratti dalagamuun hanqatee, biyya abbaa isaa irraatti Oromoon namummaa mulqamuun jaarraa oliif dhiitamuu irra deddeebiin dubbataas, dhaga’aas as geenye. Sabni Oromoo akka sabaatti nagaa waan jaalatuuf nagaa faarsaa–ajjeefamaa, nagaa faarsaa–nagaa dhabaa as gahee. Kunis diinota innikkaa keenya biratti,Continue reading “Lubbuun Jiraannee Waan Hawwinuuf Arguu Feenu Arguuf Jalqaba Nagaan Jiraachuun Murteessaadha!”(Ibsa Qeerroo Bilisummaa Oromoo ABO-WBO)”
Category Archives: Uncategorized
No Power under the Sun can stop the Oromo Struggle for Freedom!(OLF-OLA High Command Press Release)
The Oromo struggle for self-determination and emancipation of our people has a recognizedjust cause and clear end goals without the attainment of which the movement shall not relent. While forming strategic and tactical alliances are an important component of achieving these objectives, the Oromo struggle has always relied primarily on the ingenuity and resources ofContinue reading “No Power under the Sun can stop the Oromo Struggle for Freedom!(OLF-OLA High Command Press Release)”
ODUU INJIFANNOO WBO Z/KIBBAA K/GUJII BAHAA 3/12/2021
Cibraa odaa adoolaa duula bobbaa imala gara finfinnee jedhuun leenciichii bosona irreef gaachannii ummata oromoo wbon z/kibbaa k/gujii bahaa Aanaa gooroo doolaa ganda qaraaroo kaambii magaalaa badanaa keessati tarkaanfii gootichii bosona wbon zoonii kibbaa fudhate injifannoo addaa galmeessee jira Loltuu nafxanyaa kaambicha keessaa ari’ee baasu danda’ee jira.Dibbee badanaas dhunfatee jira ummaticha magaalichaa barnoota barbaachisuu kenneefiContinue reading “ODUU INJIFANNOO WBO Z/KIBBAA K/GUJII BAHAA 3/12/2021”
Oduu Injifannoo
Mudde 4/2021 Waraanni Bilisummaa Oromoo Zooni Kibbaa Cibraa Soddom Booroo Godina Gujii Bahaa Magaala Nageelle Boorana Dabalatee Iddoole gargaraatti Lukkeele diina Adabuun Injifannoo cululuqaa galmeessu Ajajaan Cibrichaa Beeksisee! Abdiif Wanteen Saba Oromoo Cibraan Soddom Booroo Godina Gujii Bahaa Magaala Nageelle Boorana Dabalatee Iddoole gargaraatti Lukkeele diina Uummata Oromoo lafarraa duguuga turte irratti dhukaasa sa’aati 24:00Continue reading “Oduu Injifannoo”
“Koreen Deggarsa WBO” Namoota 11 Of Keessaa Qabu Beekamtii WBO Hin Qabu!
Ibsa Ajaja olaanaa ABO-WBO Qabsoon bilisummaa Oromoo ABO-WBOn hogganamu bifa haaraan ilmaan Oromoo goolee Oromiyaa hunda keessatti dammaqinaan ijaaramee qabsoo hidhannoo finiinsaa jirachuun ni beekama. Qabsoon bal’inaan ummata keenya hirmaachisee waraana cimaa fi biyya walaba ijaaruuf taasifamu immoo yeroo kamiyyuu caalaa tumsa diinagdee guddaa barbaada. Dhugaa kana hubachuun, ilmaan Oromoo biyya keessaa fi ala jiranContinue reading ““Koreen Deggarsa WBO” Namoota 11 Of Keessaa Qabu Beekamtii WBO Hin Qabu!”
Gadda Onnee Nama cabsu.
Ummata Oromoo ajjeesuu, saamuu, qe’ee isaa abiddaan daaressee hiyyoomsuun jilbeeffachiisuu imaammata jedhu kan hordofu sirni faashistii Abiy Ahmed’n durfamu waraana daangaa Sudaan irraa gara Walloo fi gidduu Gala Oromiyaatti guuruudhaan guyyaa dheengadda sadaasa 09 2021 Aanaa Ada’aa Bargaa Gandoota sadii keessatti manneen ummataa gubaa ooluun qabeenyi ummataa lukkuun otoo hin hafiin saamaa ooleera. Gandootni DhakkuuContinue reading “Gadda Onnee Nama cabsu.”
WBOn zoonii gidduu gala Kaaba lixa shaggaar duula “imala gara Finfinnee’ jedhuun bobbaa torbee kana taasiseen onoota Baadiyyaaf magaalaa hedduu Kaaba shaggaar, lixaa shaggariif G/A/O/N Finfinnee’ danuu to’aachuun Injifannoo boonsaa galmeessera!
Oduu dirree Lolaa!sadaasa 06 2021 Irreef Gaachanni uummata Oromoo WBOn zoonii Giddu gala Oromiyaa Kaaba lixaa Shaggaar gaafa guyyaa 02 fi 03 2021 Kaaba shaggaar onoota Akka Hidhabuu Abootee gandoota baadiyyaa guututti dhuunfachuun harcaatoota humna diinaa PP jedhaamtu aangorratti tiksuuf deeman adabuun Qawwee AKM 101 irraa hiikuun galii qabsoo Bilisummaa Oromoof taasiseera. duula kanaanis magaalootaContinue reading “WBOn zoonii gidduu gala Kaaba lixa shaggaar duula “imala gara Finfinnee’ jedhuun bobbaa torbee kana taasiseen onoota Baadiyyaaf magaalaa hedduu Kaaba shaggaar, lixaa shaggariif G/A/O/N Finfinnee’ danuu to’aachuun Injifannoo boonsaa galmeessera!”
Afaanfajjii Keessaa Bahuun Qabsoo Ofii Finiinsuun Yeroon Isaa Amma!(Ibsa Ajajaa Ol’aanaa ABO-WBO)
ABO-WBOn Kora Guddaa ABO magaalaa Gimbii jalatti Adoolessa, 2021 gaggeesse ilaalchisee ibsa Adoolessa 25, 2021 baaseen ABO jaarmayaa kaayyoo fi akeeka ifaa qabu akka ta’ee fi warri kaayyoo ABO lagatanii maqaa ABOn daldalan akka gochaa isaanii irraa of qusatan dhaamsa dabarsee ture. Maqaan ABOs namootii dhuunfaa fi murnooti kaayyoo ABO lagatanii diina jala fiigaa, nutuContinue reading “Afaanfajjii Keessaa Bahuun Qabsoo Ofii Finiinsuun Yeroon Isaa Amma!(Ibsa Ajajaa Ol’aanaa ABO-WBO)”
The frustrated Abiy Ahmed lead Ethiopia regime continue attacking the innocent civilian villages
Heart breaking newsstarting from yesterday 8:00 local time to still today Abiy Ahmed regime has launchde airstrike on Wallo Oromos areas like Caffaa roobit city of artuma fursi district. only yesterday above 32 children’s aged 4-17 years died and above 27 people’s where heavily injured by the horrific banditary measures of the Ethiopia regime. theContinue reading “The frustrated Abiy Ahmed lead Ethiopia regime continue attacking the innocent civilian villages”
Finfinneetti Sababa Hin Beekamneen Barattoonni Summeeffamuun Dhagaa’ame[SQ ABO-WBO Onk. 29/2021]
Magaalaa Finfinnee kutaa bulchiinsa Nifaas Silk Laaftoo jedhamutti, barattoota mana barumsaa Afaan Oromoo Haannaa-maariyaam sad. 1ffaa ganama har’aa ciree irratti nyaanni summiin makame nyaachifamuu fi sanumaanis barattoonni heedduun miidhaaf saaxilamuu odeessi arganne ni mul’isa. Ta’us sababnii fi qaamni gochaa akkasii barattoota kana irratti raawwatee hanga ammaatti waanti beekame hin jiru. Kabajamoo hordoftoota SQ odeessa kanaContinue reading “Finfinneetti Sababa Hin Beekamneen Barattoonni Summeeffamuun Dhagaa’ame[SQ ABO-WBO Onk. 29/2021]”