An old empire wounded on #Dheeraa will not be heal on asab.

On October 15 1966 Oroma nationalism took the very first and critical action by standing against ethiopian empire. That day Oromo nationalism won not only the kings decision oromos won also the policy that used by ethiopianist to destroy oromo and other nations. From that moment the rotten empire of ethiopia lose every laws andContinue reading “An old empire wounded on #Dheeraa will not be heal on asab.”

●Impaayeerri dheeratti madoofte Afdeeran gamaatti hin fayyiitu!

Waltajjiin kun haleellaa jalqabaa sabboonummaan Oromoo Impaayera itophiyaa bakaakkiffa itti rukutee turee. Tarkaanfii dheeraa kanaan injifannoon argamee oromoo qofaaf osoon taane saboota cunqurfamoo impaayeera itophiyaa jalaatti dhiitamaa turaan hundaaf abdii tahee. Kanaa boodadha egaa saboonni kibbaa Danuun kan miseensa waldichaa tahaan. Tarkaanfii kanaan ajaja mootii qofaatu kufee osoon taane seera shiraa fi caasaa dabaa cubbuuContinue reading “●Impaayeerri dheeratti madoofte Afdeeran gamaatti hin fayyiitu!”

OROMOO AKKA KURDOOTA?????… moo oromoo akka AYYUUDOOTAA??…

Sabboonummaa Oromoo fiixee irraa gara golga Itophiyummaa (cover fake nationalism akka political ideology) summeeffamuutti. Uummaanni tokkoo eenyummaa fi biyyaa qaba kan jedhamuu yoo sabboonummaa qabaateedha. Sabboonummaan uummaata tokkoo kan ibsamuu immoo wantoota jiruu ofii guyyaa guyyaa keessatti godhatuu kanneen eenyummaa, duudhaa, aadaa, sirnaa, ogummaa fi beekumsa ganamaa sabichaa waliin walqabatuuni. Oromoonis sabbonummaa isaa Oromummaa keessaanContinue reading “OROMOO AKKA KURDOOTA?????… moo oromoo akka AYYUUDOOTAA??…”

lolaa qindaawaa qaama mootummaa ofiin jedhuun Oromoo irraatti tahaa jiruu

duulli Horroo guduruutti godhamaa jiruu PPn hoggaanama. waggoota dheeraaf duulli Oromummaa fi Oromoo irraatti taasifamuu akeeka minilik Oromoo balleesse biyya Oromoo Dhuunfachuuf qabatee ka’ee qaama Lola Galmaan gahuuf saganteeffamuuti. lollii kun karaa lamaan adeemaa jiraa. A. Bara nugusootaa, kan dargii fi Wayyaanee keessaa Saboota biraa fi keessattiyyuu warraa kaabaa fidanii Oromiyaa keessa qubaachiisaa turaan. QubaachiisunContinue reading “lolaa qindaawaa qaama mootummaa ofiin jedhuun Oromoo irraatti tahaa jiruu”

the agenda is part of a genocidal campaign they are planning to launch against the Oromo

The most friendless people in this empire are the Oromo. on the contrary, they are all enemies of Oromo and Oromummaa. In connection with the current issue being driven and spread by the media as new, at the time in 2013, the OLA called for an independent investigation. In fact, not only this, but allContinue reading “the agenda is part of a genocidal campaign they are planning to launch against the Oromo”

Diinni Oromoon ammaatti qabuu PP fi Ethiopia qofa

Diina waloo waliin qabaachuuf akeeka waliitti hirkatuu ykn wal miilu(wal tumsuu) ykn waliif dahoo tahee qabaachuun waan dursuu qabuudha. *Dhimma dibbee lola kaabatiin walqabatee jiruu ilaalchisee, diinni keenya waliitti nu nyaata kanaaf nutii waltaane dhimma keessoo keenyatti waliin qabnu dhiise, isa halaalaaf walfaana dhaabbachuu qabna. Kan PPn jettuuf.Oromoon PP waliin dhimma waloo qabuu yoo jiraateContinue reading “Diinni Oromoon ammaatti qabuu PP fi Ethiopia qofa”

MIL’UU WAGGOOTA 10n KANA DABARSEEF #ADAWAA! ANAAN, OFUUMA KOOTIRRAA!

Kuni kan koo kan akkaa dhuunfaa namaa tokkootti ani ergaan waa hubachuu eegalee gannoota 10n darbaan kana ilaalee taajjabeedha. Wantootni ganna 10n darbaan kana keessatti jijjiiramaan danuudha. Kan biraa haa hafuutii 2015 keessa yeroo adawaan kabajamuuf jedhuu namoota adda dureen habashaa dura dhaabbatanii guyyaan kun oromoo akka sabaatti nun ilaallatu: waan irraa argannee hin qabnuuContinue reading “MIL’UU WAGGOOTA 10n KANA DABARSEEF #ADAWAA! ANAAN, OFUUMA KOOTIRRAA!”

●Sababoota Itophiyaan itti fufuu hin dandeenyeef!

Gaaffiin eenyummaa sabootaa kan saboota biyyaa kanaa erga koloniitii gaafataa turaan deebii argannaan impaayeerri kun bu’uura akeeka ijaaramaa isaan itti fufuu waan hin dandeenyeef, gaaffiin uummataa yoo deebii argatee ofiitti deebitee waan akeeka itti fufaa dhabduuf ni diigamtii. Sababa kanaaf tolaan gaaffii sabootaa kan bilisummaa, walabummaa mirgaaf eenyummaa abbaa biyyummaa hin kennituu. Kanaafis gaaffiin kunContinue reading “●Sababoota Itophiyaan itti fufuu hin dandeenyeef!”

Diinni maaliif deema?

PPn shoroorkeessaa beekamtii qabuudha(PP is a legal terrorist) gaanfa afrikaatti jireenyaa hawaasaa fi nagaa lammillee oromiyaa, saboota impaayeera itophiyaa biroo fi biyyoota ollaa Itophiyaa jeequtti kan jiruu PP Abiyyiin durfamtuudha A. Lolaa jumlaa uummata nagaa haleeluu gaggeessee aarii siyaasaan injifatamee uummataatti bahuuf jiraa.Kunis karaa lamaan gaggeessaa jiraa. -Kan jalqabaa uummata nagaa lafa lollii hin jirreeContinue reading “Diinni maaliif deema?”

Create your own website, free on WordPress.com.Create your own website.
Start free