
Featured Post
Stay Warm in Autumn: Roasted Pumpkin Soup
- An old empire wounded on #Dheeraa will not be heal on asab.On October 15 1966 Oroma nationalism took the very first and critical action by standing against ethiopian empire. That day Oromo nationalism won not only the kings decision oromos won also theContinue reading “An old empire wounded on #Dheeraa will not be heal on asab.”
- ●Impaayeerri dheeratti madoofte Afdeeran gamaatti hin fayyiitu!Waltajjiin kun haleellaa jalqabaa sabboonummaan Oromoo Impaayera itophiyaa bakaakkiffa itti rukutee turee. Tarkaanfii dheeraa kanaan injifannoon argamee oromoo qofaaf osoon taane saboota cunqurfamoo impaayeera itophiyaa jalaatti dhiitamaa turaan hundaaf abdii tahee. KanaaContinue reading “●Impaayeerri dheeratti madoofte Afdeeran gamaatti hin fayyiitu!”
- OROMOO AKKA KURDOOTA?????… moo oromoo akka AYYUUDOOTAA??…Sabboonummaa Oromoo fiixee irraa gara golga Itophiyummaa (cover fake nationalism akka political ideology) summeeffamuutti. Uummaanni tokkoo eenyummaa fi biyyaa qaba kan jedhamuu yoo sabboonummaa qabaateedha. Sabboonummaan uummaata tokkoo kan ibsamuu immoo wantootaContinue reading “OROMOO AKKA KURDOOTA?????… moo oromoo akka AYYUUDOOTAA??…”