Oduu Gaddaa, Duguuggaa sanyii Oromoo irraatti Humnoota finxaaleyyii Amaaraf Itophiyaan raawwatamee!

Namoota G/W/Bahaa Aanaa Kiiramuutti Lubbuun DarbuunReeffi isaanii argame.Magaalaa Haaroo 01 keessatti arkaman. 1.Toleeraa Tukkuu2.Olaanii Simas3.Sennayit Mokkonnon4.Lataa Silashi5.Warqituu Simaa6.Kibrit Simaa7.Bakuunee Bayyanaa8.Araaree Kibrit9.Nagaraa Kibrit10.Simaa Gorod11.Wayituu Duuressaa12.Abuunee Kabbadaa13.Mitikkee Galataa14.Daggituu Ayyaanaa 15. Galataa Wiirtuu 16.Hundarraa Saddeetaa17.Abdiisaa Dabaloo18.Jaallannee19.Qalbii Balaay. Namoota G/W/Bahaa Aanaa Kiiramuutti Lubbuun DarbuunReeffi isaanii argame.Kan Ganda Caffee Guddinaa keessatti Argaman.1.Fiqaaduu Goobanaa2.Chuuchuu Dabaloo3.Ayyaanaa DhugumaaGanda Lalistuu Somboo1.Gullee Fufaa2.Daraajjee Guddataa3.Guddataa Namoo4.DhugaasaaContinue reading “Oduu Gaddaa, Duguuggaa sanyii Oromoo irraatti Humnoota finxaaleyyii Amaaraf Itophiyaan raawwatamee!”

ODUU INJIFANNOO WBO ZOONII KIBBAA KONYAA GUJII LIXAA Guyyaa 14/10/2021

Gootichi Waraana bilisummaa oromoo,Leencii bosonaa WBO,n ZOONII kibbaa konyaa Gujii Lixaa CIBRAAN MADDA ALBUUDAA, Buttaan baddaa magaadaatii fi Malkaa sooddaa waliin ta,uun gaafa guyyaa 14/10/2021 Tiksitootaa fi Leellistoota impaayeera Toophiyaa, Kan SIRNA booddeessaa fi duubatti hafaa Nafxaanyaa Kan duguugga Sanyii fi saamicha qabeenya Uummata Oromoo irratti rawwataa turee fi ammas raawwataa jiru kana deebisee diriirsuuContinue reading “ODUU INJIFANNOO WBO ZOONII KIBBAA KONYAA GUJII LIXAA Guyyaa 14/10/2021”

Matakkal: Oromoonni 6 garee Faannoo jedhamuun ajjeefamaan.

Duula duguuggaa sanyii, garee Faannoo jedhamu, akkasumas, Milishootaa fi Hawaasa Naannoo Amaaraan, Konyaa Matakkal, Ona Dibaax, Ganda Gaalessaa keessatti, Roobii kaleessaa (Onkoloolessa 13, 2021) Uummata Oromoo irratti banameen, aayyoo deessee ulmaa jirtu dabalatee, Oromoonni jaha (6) haala suukanneessaan ajeefamuu. Haaluma wal-fakkaatuun, duula duguuggaa sanyii, Dilbata Onkoloolessa 10, 2021, Konyaa Baha Wallaggaa, Ona Giddaa Kiiramuu, MagaalaaContinue reading “Matakkal: Oromoonni 6 garee Faannoo jedhamuun ajjeefamaan.”

Tarkaanfii fi Injifannoo WBO Zoonii Kibbaa(Ibsa Ajaja Ol’aanaa ABO-WBO Irraa)q

Sirni weerartuu Abiy Mohamed, PPn Onkololeessa 1 hanga Onkololeessa 8 ti duula lafa WBOn dhuunfate deebiffachuuf addoota waraana hedduu, Gujii Bahaa fi Gujii Lixaa keessatti weerara banuuf tattaafattee ture. WBOnis duula faallaa weeraraa gaggeesseen of irraa faccisuun of-irraa qolachuudhaan waraana weerartuu PP 592 ajjeesuun, 815 ammoo madeessuun, meshaalee waraana gosa hedduu booji’uun, weerara faashiistiin PPContinue reading “Tarkaanfii fi Injifannoo WBO Zoonii Kibbaa(Ibsa Ajaja Ol’aanaa ABO-WBO Irraa)q”

Lolaa walloorraatti Naannoon Amaara banee ilaalchisee

Kaaba Oromiyaa wallootti yeroo Amaarri uummata oromoo walloo irratti lola bantee aanga’aan Amaaraa oromoon hunduu tokko jechuun hojjetaa waldaa gamta Kan ta’ee nama Tashaalee Addunyaa jedhamu kan mana isaa kireeffatee taa’u ajjeese. Erga lola sanaatii walloo irraa lafa isaas mana isaas gurguratee loojistikii liyyuu haayilii Amaaraa tahuun oromoo walloo dugugsisaa ture. Torbe kana keessa kaabineeContinue reading “Lolaa walloorraatti Naannoon Amaara banee ilaalchisee”

The difference and similarity of Abysinia Ethiopia and the Habashit.

Are Abyssinia and Ethiopia the same country? When was the country called Abyssinia and when was it called Ethiopia? Also, who were the Habashat? Abyssinia and Ethiopia is the same country, and both terms are used interchangeably.The term Aethiopia has been used by the ancient Greeks to describe the Sudanese and the Ethiopians, because theContinue reading “The difference and similarity of Abysinia Ethiopia and the Habashit.”

Dhangaa dirree lolaa, oolmaa bultii WBO giddu galaa!

Weerartuu haleeluun ittuma fufeera. G/gala Oromiyaa shawaa lixaa Aanaa Gindabarat Magaala Kaachsiitti halkan edaa sa’aa 7:00 irraa hanga barii lafaatti irree fi gaachanni saba cunqurfamaa Qubsuma waraana PP fi waajjira poolisii Aanichaa magaala Kaachisiitti argamu marsuun waraana weerartuu pp haleeluun haga ammaatti odeessa qulqullaa’een 13 du’aa fi 21 madoon adabuu qulqullaa’ee jira. Humni weerartuu kunContinue reading “Dhangaa dirree lolaa, oolmaa bultii WBO giddu galaa!”

Dhangaa dirree Lolaa giddugala Oromiyaa irraa

Giddu gala Oromiyaatti Irree fi gaachanni saba cunqurfamaa guyyaa har’aa humnoota weerartuu pp adabee jira. @Haaluma kanaan, Godina shawaa lixaa Aanaa Gindabarat ganda #Culluxxee bakka Dagaalii jedhamutti waaree booda haleellaa waraana weerartuu pp irratti taasiseen battalumatti 10 ajjeesuun 14 ol madoo taasisera.=> Aanuma kana bakka #Gibbiddaa jedhamuttis tarkaanfii laalessaa fudhateen hedduu ishee du’aa fi madoonContinue reading “Dhangaa dirree Lolaa giddugala Oromiyaa irraa”

Odeessa lola kaabaaf balaa Oromoo walloo muudatuuf jiru.

Lollii gaarii hin qabu, garuu nagaa waaraa foduuf lolanii diina farra nagaa waaraa tahee buqqisuun dirqama. Haa tahuutii balaa humnoota kaabaa gidduutti uumameen Oromoon walloo miidhamaa jira. Miidhaa kana jalaa bahuun kan danda’aamu immoo taatoo lolichaa(actor) tahuu qofaani. Kanaaf Oromoon walloo lola kana irraatti of kabachiisuun dirqama. Daangaa ofii kabachiifatuun gahee abbaati. Guyyaa har’aa kanaasContinue reading “Odeessa lola kaabaaf balaa Oromoo walloo muudatuuf jiru.”

Odeessa dirree lolaaf, Injifannoolee galmaa’an.

Walumaa galaatti guyyoota 3n drbaan WBOn kibbaaf g/gala Oromiyaa iddoolee murasa odeessi nu dhaqqabee qofaatti Humna diinaa 110 ol ajjeesuun 108 madoo jabaan adabee jiraa. gaafa guyyaa 05/10/2021Irreef gaachanni Ummata Oromoo WBOn zoonii GG kaaba shaggar ona Dagam ganda yaayyaa haroo keessatti lola cimaa guyyaa sa’aa 10:00 hanga galgala sa’aa 1:00 deemen 27 ol battalattiContinue reading “Odeessa dirree lolaaf, Injifannoolee galmaa’an.”

Create your own website, free on WordPress.com.Create your own website.
Start free