Baha Oromiyaatti injifannoo WBO Zoonii bahaa

Injifannoo WBO baha oromiyaa 08/09 /2021 Irree fi gaachanni uummata Oromoo WBOn baha Oromiyaa tarkaanfii waraana gabroomfataa irraatti Harargee lixaa aanaa mi’eessoo araddaa daalachaa gaara daalachii bakka jimaa jaarsootti guyyaa sa’aatii saddeetitti Fulbana 7/2021 fudhateen nama 6 kan ajajaan humna addaa maqaan isaa Xahaa jedhamuu fi ajajaa poolisii ajajaa kudhanii kan keessatti ragamu battalumatti ajjeeseeContinue reading “Baha Oromiyaatti injifannoo WBO Zoonii bahaa”

Duula Bobbaa jaal Elemoo Qilxuu! Fulbaana 6/2021! Abdiif Gaachanni Uummata Oromoo WBO’n Zooni Kibbaa Cibraa Soddom Booroo Fulbaana 6/2021 Guyyaa keesa Naanno Sa’aati 09:30 irratti Humna Diinaa Godina Gujii Bahaa Aanaa Gumii Eeldallo irraa gara Magaala Nageelle socho’aa jirtu irratti Tarkaanfii fudhateen bakka Addaa #Irreessa_Liiban_Burii jedhamutti Humna diina paatrooli Shaniin socho’aa turte keesa Sadii guutuuContinue reading

Saglii, wallee Leencoo Gammachuu

SAGLII… Weelluun haaraa mata dureensaa Salgii jedhu kun gosa muuziqaa Aadaa Oromoo keessaa Geelloodha. Gelloon Oromoota Macca keessatti hedduu beekamaafi jaallatamaadha. Keessattuu Godinaalee Wallagga Arfaniifi Iluu Abbaa Booraa akkasumas Matakkal fi Shawa Lixaa bakka muraasatti mootii sirbaa jedhamee waamama. Gelloo dhiiratu sirba. Gelloonis wallee (lyrics) irratti hundaa’uun akaakuu hedduu qabaata. Kan jaalalaa kan gootummaa, SiyaasawaafiContinue reading “Saglii, wallee Leencoo Gammachuu”

OLF-OLA press release

Regarding the Situation in East Walaga It has come to our attention that the current prevailing media narrative on the situation in East Walaga has been heavily distorted from the facts on the ground. Again we are seeing themedia fall into the trap of being misled by the well-organized propaganda campaigns of theirredentist National AssociationContinue reading “OLF-OLA press release”

PRESS RELEASESTreasury Sanctions Eritrean Military Leader in Connection with Serious Human Rights Abuse in TigrayAugust 23, 2021

WASHINGTON — Today, the U.S. Department of the Treasury’s Office of Foreign Assets Control (OFAC) sanctioned General Filipos Woldeyohannes (Filipos), the Chief of Staff of the Eritrean Defense Forces (EDF), for being a leader or official of an entity that is engaged in serious human rights abuse committed during the ongoing conflict in Tigray. FiliposContinue reading “PRESS RELEASESTreasury Sanctions Eritrean Military Leader in Connection with Serious Human Rights Abuse in TigrayAugust 23, 2021”

Odeessa dirree lolaa!

Bobbaa Laggasaa wagii gaafa 18/08/2021 ODUU INJIFANNOO. Gaachannii fi irreen uummata Oromoo WBOn zoonii G/Galaa Lixa shaggar ona #Ilfataa ganda #ittisaa bakka yadaal jedhamtutti weerartuu PP Uummata gooluuf yaatu galgala (local time) 11:00 hanga halkan sa’aatii 2:00(local time)tti tarkaanfii haleellaa fudhateen 22 battalatti yoo ajjeessu 15 madoon adabee jira.. Waraanni PP lola kanaan faffacaate halkanContinue reading “Odeessa dirree lolaa!”

Collapse of the empire imminent in the horn Africa

For the last three years continuously there a war b/n the empire Ethiopia and the Oromo people (OLA). But the war results the conflict that happen between Ethiopia and Tigrayans. As my conclusion the northern Ethiopia war is the result and out comes of Oromo Libration Army’s pressure that influence the empire system. The EthiopiansContinue reading “Collapse of the empire imminent in the horn Africa”

Cuunfaa tarkaanfii injifannoo WBO lixa oromiyaa

Adoolessa 2_4/2021Wallagga Lixaa Aanaa mana sibuu ganda kobbaraa keessatti gaafa adoolessa 2 bara 2021 waraanni bilisummaa oromoo tarkaanfii fudhateen humna diinaa buqqisuuf gandicha guutummaa guutuutti tohateera. Gandichis tohannaa hanga ammaatti tohannoo WBO jala jiraachuun beekameera. Akkasumas gaafuma adoolessa 2 Godina Wallagga Bahaa Aanaa saasiggaa naannoo Gaara Waataatti WBOn  tarkaanfii fudhateen diina hedduu du’aa fi madoonContinue reading “Cuunfaa tarkaanfii injifannoo WBO lixa oromiyaa”

Harcaatonnii waraana PP seeran ala oromiyaa keessaatti gochaa shoroorkaa uumaa jiraan guyyoottan itti aanaan keessaatti gara moonaa WBO itti dhiyoo jiruutti akka harka kennataan waamicha dhiheessina.

Ibsa ajaja olaanaa ABO/WBO Adoolessa 5/2021 Sirni faashistii PP Abiy Ahmadiin durfamuu Oromoo waggaa kumaaf cabsee Oromiyaa akka hawwii habashotaatti qircanii itti roorrisuu dhaadannoo jedhuun erga akka haaratti duula qindaawaa saba Oromoo fi Oromiyaa irratti bananii waggoota 4 ol tahee jiraa. Haa tahuutii waggoota darbaan keessa duula Oromummaa, Oromiyaa fi Oromoo cabsuu kana kallattii hundaanContinue reading “Harcaatonnii waraana PP seeran ala oromiyaa keessaatti gochaa shoroorkaa uumaa jiraan guyyoottan itti aanaan keessaatti gara moonaa WBO itti dhiyoo jiruutti akka harka kennataan waamicha dhiheessina.”

ODUU INJIFANNOO WBO Z KIBBAA04/07/2021) cibraa Odaa adoolaa buuttaa gaannalee siidaa gurrachaa

Leencichi bosona irreef gaachanni ummata oromoo wbon zoonii kibbaa konyaa gujii baha aanaa gooroo doolaa ganda bokkolaa keessatti ganama kana sa’aatii 3:30 ( local time) irratti loltuu nafxanyaa maqaa sakkataa jedhuun bobbatee irratti tarkaanfii laallesaa keessa deebii hin qabne fudhateen.loola gurguddaa iddoo lamatti godhamen injifannoo cululuqaa galmeesse jira Iddoo jalqaba irratti haxxee hidhuun ofitti harkiseeContinue reading “ODUU INJIFANNOO WBO Z KIBBAA04/07/2021) cibraa Odaa adoolaa buuttaa gaannalee siidaa gurrachaa”

Create your own website, free on WordPress.com.Create your own website.
Start free