Dhiifamni Badii Malee Godhamu Hin Jiru!(Ibsa Ajaja Ol’aanaa ABO-WBO)

Dursa hidhamtooti siyaasaa KFO, Gazexeessitooti OMN fi kanneen biroo kan mana hidhaa dhiphaa keessaa turtan, baga mana hidhaa guddaa kan siyaasaa, waraanaa fi dinagdee keessa jirutti ‘nagaan’ dabalamtan. Lammiileen Oromiyaa fi sabooti cunqurfamoo hedduus mana hidhaa keessatti hafanii gidiraa argaa jiran kumoota hedduun lakkaawamu. Har’as lammiileen mana hidhaa dukkanaatti darbamaa jiran danuu dha.Hedduunis mana hidhaaContinue reading “Dhiifamni Badii Malee Godhamu Hin Jiru!(Ibsa Ajaja Ol’aanaa ABO-WBO)”

Drone and Air Strikes on Civilian Targets have continued Unabated!(OLF-OLA High Command Press Release)

Having lost almost all of its trained armored and infantry divisions over the past year, the Prosperity Party (PP) cabal is now relying on, almost exclusively, airpower and local vigilante bandits called Fanno in many of its operations in Oromia and Amhara regions. In both cases— air raids and operations by a ragtag army ofContinue reading “Drone and Air Strikes on Civilian Targets have continued Unabated!(OLF-OLA High Command Press Release)”

Waamicha Obbolummaa dhaga’uun kanneen Qabsoo Bilisummaa Oromootti dabalaman Moora diina diiguun akkuma itti fufetti jiraa.

Muddee 30/2021! KUSHUU WAABAA Miseensa Milishaa Magaala Nageelle Booranaa irraa Akm 1fi Rasaasa 236 fudhatee Gara W3O Cibraa Soddom Boorootti kan dabalame yo ta’u inni lamaffaanisKORMA BAGGAJJOO miseensa Milishaa Aanaa Liiban irraa AKM tokkoof rasaasa 200 waliin gara Cibraa Soddom Boorootti yo dhufuu torbee kana keesa miseensonni milishaaf poolisii Oromiyaa kan Eenyummaa ofii baran namniiContinue reading “Waamicha Obbolummaa dhaga’uun kanneen Qabsoo Bilisummaa Oromootti dabalaman Moora diina diiguun akkuma itti fufetti jiraa.”

Oduu Injifannoo WBO kaaba Lixa Shaggar

Irreef fi Gaachannii Ummata Oromoo WBOn zoonii gidduu galeessaa Kaaba shaggaar aanaa Darraatti tarkaanfii laalessaa waraana faashistii PP Ummata Oromoo gooluuf yaatu magaalaa Ceekaa jedhamtutti 11 booji’uun kaampii diinaa dhuunfachuun meeshaaf hidhannoo danuu diinarraa hiikkatanii jiruu. gama meeshaatiin AkM 19 fi Qawwee SKS fi kanneen biroo 19 Boombii 6 diina irraa hiikuun galii qabsoof oolcheera.Continue reading “Oduu Injifannoo WBO kaaba Lixa Shaggar”

Injifannoo WBO baha Oromiyaa!

Duula PPn maqaa Minilikii mogaasitte gara WBOti bobbaa eega jalqabdee guyyaa 15 lakkoofisiise WBOn baha oromiyaa konyaa hararee lixaatti guyyaa 26/12/2021 marroo lammaafaaf injifannoo cululuqaan goolabe. Bobbaa WBO balleessuu maqaa Duula minilik jedhu mootummaan pp oromiyaa irratti banne guyyoota 15 ol lakkoofisisen irree fi gaachani ummata oromoo WBOn baha otomiyaa konyaa Harargee lixaa tarkaanfii laaleessaaContinue reading “Injifannoo WBO baha Oromiyaa!”

Dhangaa dirree Lolaa! INJIFANNOO WBO ZOONII KIBBAA18/12/2021

Irree fi gaachanni ummata oromoo kan ta’ee wbo,n zoonii kibbaa cibiraan gumaa baasi Tuulaa surroo godina gujii lixaa keessa socho’u , Aanaa gadabi ganda shiffoo jedhamutti humna addaa naannoo ummata kibbaa ergama motummaa nafxanyaa fudhatani wbo lolaaf yeroo socho’anitti dursee haxxee itti hidhuun nama kudhanii lama ol battalatti yoo ajjesuu,nama sagal immoo madoon adabeera.Akkasumas konkolaataaContinue reading “Dhangaa dirree Lolaa! INJIFANNOO WBO ZOONII KIBBAA18/12/2021”

Warraaqsi Diddaa Weeraara Minilik Baraattootaan Cimee Itti Fufeera

[SQ ABO-WBO Mudde 18/2021] Warraaqsa Diddaa Weeraara Minilik kan Qeerroon Bilisummaa Oromoo ABO-WBO labse hordofuun Shaggar Lixaa Ona Dirree Incinniitti barattoonni mana barumsaa sad 2ffaa Incinnii barsiisota isaanii waliin ta’uun sirna nama nyaataa Impaayera Xoophiyaa mormaa oolan. Haaluma wal fakkaatuun Lixa Oromiyaa Godina H/Guduruu Wallaggaa Onoota akka Amuuruu fi kanneen biroo keessatti fincilli uummata bal’aaContinue reading “Warraaqsi Diddaa Weeraara Minilik Baraattootaan Cimee Itti Fufeera”

𝐈𝐍𝐉𝐈𝐅𝐀𝐍𝐍𝐎𝐎 𝐖𝐁𝐎 Zoonii kibbaa cibraa soddoom Booroo! Mudde15,2021

Loltoonnii Mootummaa Faashistii XoophiyaaKan dhalootan Oromoo ta’an sirna bututaa xoophiyaa irraa abdii dhabuun gara Waraana bilisummaa Oromooti dabalamaa jiru. Kan suuraa irraa argaa jirtan miseensa Poolisii 𝐌𝐀𝐍𝐀 𝐒𝐈𝐑𝐑𝐄𝐄𝐒𝐒𝐀𝐀 Godina Gujii Bahaa Magaala nageellee Booranaa kan turee nama maqaan isaa Heeliyaas Xaaxoo Areeroo jedhamu kaleessa mudde 14,2021 𝐌𝐄𝐄𝐒𝐇𝐀 𝐀𝐊𝐌 𝐭𝐨𝐤𝐤𝐨 ,𝐑𝐚𝐬𝐚𝐚𝐬𝐚 200 𝐨𝐥𝐢𝐢𝐟 𝐛𝐨𝐧𝐛𝐢𝐢 𝐭𝐨𝐤𝐤𝐨 qawweefContinue reading “𝐈𝐍𝐉𝐈𝐅𝐀𝐍𝐍𝐎𝐎 𝐖𝐁𝐎 Zoonii kibbaa cibraa soddoom Booroo! Mudde15,2021”

Waamicha Warraaqsa Qeerroo Bilisummaa Oromoo ABO-WBO irraa

Qeerroon Bilisummaa Oromoo wiirtuu Qabsoo Bilisummaa Oromoo ta’uun beekamaadha. Biyyaa Afaan Qawween bultu keessaatti ammoo Warraaqsi sirnaawaa ta’e jirachuun fardiidha jennee amanna. Kanumarraa ka’uun Qeerroon Bilisummaa Oromoo ABO-WBO hoggantummaa dhaaba isaa ABO-WBO jalatti Warraaqsa qindaawaa guutummaa Oromiyaa mararratti labsuu fi Qabsoo Bilisummaa Oromoo baroota dheeraaf gaggeeffamaa turetti xumura gochuu barbaada. Haluma kanaan Qeerroon Bilisummaa OromooContinue reading “Waamicha Warraaqsa Qeerroo Bilisummaa Oromoo ABO-WBO irraa”

Dhangaa dirree lolaa! WBOn duula qindaa’aa Itophiyaan itti banamee qolachuun waraana diinaa adabaa jiraa

Oduu injifannoo gotichaa woranaa bilisummaa oromoo zonnii kibbaa bahaa guyyaa 12/12/2021 godinaa arsii lixaa anaa heebaan arsii ganda dagaaga iddoo addaa kuukkee jedhamuuttii ganama sa’aatii 1:20 irraatti ergamtoota nafxanyaa ilmaan pp maqaa sakattaa shanee jedhuun qindooftee bultee ganamaan bobbaate haxxee itti hidhuun 12 du’aan adabuun 15ni ol madoo dandammii hin qabneen adabeera! Gama meeshaas meeshaaContinue reading “Dhangaa dirree lolaa! WBOn duula qindaa’aa Itophiyaan itti banamee qolachuun waraana diinaa adabaa jiraa”

Design a site like this with WordPress.com
Get started