Saglii, wallee Leencoo Gammachuu

SAGLII

Weelluun haaraa mata dureensaa Salgii jedhu kun gosa muuziqaa Aadaa Oromoo keessaa Geelloodha. Gelloon Oromoota Macca keessatti hedduu beekamaafi jaallatamaadha. Keessattuu Godinaalee Wallagga Arfaniifi Iluu Abbaa Booraa akkasumas Matakkal fi Shawa Lixaa bakka muraasatti mootii sirbaa jedhamee waamama. Gelloo dhiiratu sirba. Gelloonis wallee (lyrics) irratti hundaa’uun akaakuu hedduu qabaata. Kan jaalalaa kan gootummaa, Siyaasawaafi Cigoofa’i.

Weelluun (song) Artist Leencoo Dayee haaraa mata dureensaa Salgii jedhu kunis akaakuu Gelloo Makaati. Cigoon dhangi’amee, siyaasa dubbata; jaalala faarsa; aadaa hima; eenyummaa barsiisa. Shubbisnisaa garuu guutummaa guutuutti Gelloo Iluuti.

Yeroo darbe beeksisa hojiisaarratti dhimma jecha Salgii jedhuurratti hundaa’uun waa xiqqoo jechuuf yaaleen ture. Keessattuu ammoo jechi yookaan moggaasni “SAGLI /SALGII” jedhamu akka Falsaama Oromootti maal akka ta’e ibseen ture. Innis, Salgiin Salgan Iluu, balbaloota gosa Oromoo maccaa Iluu keessa jiranii bakka bu’innaa laata jechuun, akkasumas ammoo Salgiin Salgan Yaa’ii Booranaa ibsaa laata jechuun, Iluun hortee maccaa, macci hortee Booranaa ta’uusaatti sababeesseen ture. Kan biraan ammoo tarii marfata eebbaa, xumura angoo gogeessa Gadaa tokkootii laatas jedheen ture. Akkasumas ammoo Salgii isa lolee waraanaa ta’a jedhees ibsuuf yaaleera. Amma garuu weelluun kun deebii quubsaa fidee dhufeera.

Ergaafi dhoksaa wallee kanaa ibsuuf yeroonis iddoonis nan ga’u. Garuu ammoo bakka muraasa haa laallu.

Walleen kun yeroo itti seenu, yeedaloo aadaa Iluu isa mataatiin jalqaba. (Dandeettii weellisichaaf uggum. Miidhaginni sagaleefi qindaa’inni muuziqaas ajaa’iba)

“Iseet hiriyaa, see tiyya, see tiyya” jedha. Itti fufa.

Coora noonnoo, bunno abbaayee
Ilubbaboor yoo beente been yee
Eee ehee beeyyee,*2
Hoo beentee been yee (yoo deemte beenu’ akka jechuuti)

Booraa inni irraan bureen baa’ee
Suphee mattuun hurrumbumbaayee
Eee ehee……….been yee
Eee been yee Daarimuun baayee

Hiddinaan hiddi malee ya kormakoo
Maal maqaan haxanxaarii
Sirbinaan sirbi malee yaa dammakoo
Maal maqaan na gabbarii!”

Kana olitti kan weellifame kun itti lixa. Hiriyaa waliin geellisu waamuusaati. Erga waamees hin dhaabatin geellisi; sirbi jechuun itti hime. Hin fakkeessin, of nan kadhachiisin yoo sirbite sirbi” yaada jedhuun cabse.


“Gurraalessa hayyambooraa ya kormakoo
Gootichoo barii duulee
Ani Innan joorufoo sumaa ayyaantutti
Ayyaantutti milkiin tolee

Ilubbaaboor, Hooyyee
Ilubbaaboor, Hoyyee!
Ilubbaaboor Fardi booraa
Ajjeesaan faachuma kooraa

Ilubbaaboor fardi booraa
Ajjeesaan fachum kooraa
Kooraa malee hin yaabanii
yaa kiilolee sirbi malee”

Asitti seenaa, aadaafi falaasama Oromoo dubbata. Iluu Abbaa Booraa erga waaamee booda, waa’ee farda Abbaa Booraa dubbata. Itti fufee ammoo Baqqootti nu geessa. Baqqoon bakka itti ajjeesanii kooran jechuudha. Kan bakka itti ajjeesee faacha baatu; kan ajjeese ammoo faachaan kooras jedha.

Faacha jechuun, akka aadaa Oromoo maccaatti namni yookaan ajjeesaan baqqoo deemee Leenca, arba, gafarsaafi kkf ajjeese ajjeesaa jedhamuuf Gogaa yookaan gaanfa fuudhee gala. Kun faacha. Mallattoo gootummaati. Ittiin geeraru. Ittiin kooru. Faachi kan goota isa lolaafi loluu beekuti. Mallattoo injifannooti. (Heroic symbol)


Irra keessa qotannaa
Sangaan Keenya battalii
bar sangaan keenya battalii….
Irra keessa kofallaa
garaan keenya gargarii,
Garaa dhiiraa hin beekanii

Bo’oon kun kalaqa yookaan barreeffama Leencoo natti fakkaata. Bakka kanatti Wallee hawwaasaa (oral poetry) keessaa nu baasa. Bakki kun bakka inni itti dhimma itti jirru cigoon hime natti fakkaata. Yookaan seeraan hin qotanne, kan ittiin qotannus isa idileessu otoo hin taane isa battalaati jedha. Kan nuti kofallus garaarra miti jedha. Irra keessa kofalla, kolfa sobaati jechuun quuqqaa garaa waan himun se’a.

Kannisni Farsoo hin soortu
yaa kormakoo yee
Damma bifaatti sontii
Man’ cuffee daamarra hin teessuu kormakoo yee,
eeraquuf (eessa dhaquuf) Daama kortii?
Boorri in booraa ajjeesaan faacha kooraa

Abbaankoo duruu Jagnaa
SAGLII Lugna hin muudanii.
Afaankee duroo dammaa
Maaf soogidda cuubanii?

Abbaankoo duruu Jagnaa
SAGLIIF durba hin muudanii.
Afaankee duroo dammaa
Maaf soogidda cuubanii?

Kunis kalaqa barreessitoota walleetin se’a. Falaasama Oromootiin qabee waa nutti hima. Bakki gobaangaleessaas addana. Kanniisni farsoo hin sortu jedhe. Kanniisni silaa damma sorti malee farsoo moti. Amma garuu kan kanniisni soraa jirtu farsoo…

Itti fufee ammoo Abbaankoo duruu jagna jechuun gootummaa warraa himata. Itti aansee SALGII LUGNA hin muudan jedha. Salgii inni baanu kan waraanaati. Ooggansa lolee Sagaliiti. Sirna Gadaa keessatti cifira isa xiqqaa akka Komaandootti ilaalamudha. Humna qaba; xiqqaatee waan guddaa raawwata. Walitti qabama dargaggoota jajjaboo sagaliiti. Kanaaf Salgiin goota malee lugna miti jechuusaati. Itti fufees, Afaan damma ta’e maalif soogida godhu jedha. Waan miyawu maalif kuraawaa taasisu akka jechuuti. Tarii Oromummaa nuti jaallannu, maa waan hin taaneen bakka buusuuf yaadduudhaa laata??? Weellisichatu beeka. Nuti garuu akka barbaannetti hubanna. Itti aansee ammoo Salgii dhiira malee durbi akka hin taanes addeessa.


Yas godhii Sirbi kuullee yaa dammakoo
Hortee warra daallamee
As asii dhiisi as kommee yaa dammakoo
Argaafan si beellame (kan an yaade ijumaan si ilaaluuudha. Iddoo filachuuf hin rakkatin, as as hin jedhin)

Deemnullee waa nun arguu yaa kormakoo
Biilaa kichuu hin muranii
Waan baaneef erga dhabne yaa kormakoo
Gameessa hin takaalanii.

Safeeffattuu kuulashii,
sonee mudhiin sabbataa
Yoo sirbitu sirbashii
onneen maaf na dhiittataa?

Warra Waajjotti sirbuu yaa kormakoo yee
Aallee harkaan naasisuu
Sirbituu silaan inkoo yaa leencakoo yee
Daabara nan teessisuu
Boorri booraa ajjeesaan faacha kooraa
(warri Waajjoo gosa. Aalleenis gosa)

Yaa tumaa shangoomee
Tumaan kan shangoomee
Beekkoon ebilattudhaa
Waan baaneef sila dhabnee
Waan sichi malachuudha

Hiiknisaa ifa. Kan yaannee kaane, kan hawwinee hunda dhabneerra. Akka isa dhabne haa amannu. Furmaataaf isa itti aanuuf of haa qopheessinu. Haa falannu, haa malannu jechaa jira. (Waan taane silaa taanee, kan sichi falachuudha’ jechama goota Oromoo iluu tokkoo ta’uus odeeffadheera”

Xumurarratti Gelloo keessaa kan dargaggeessi miillaan lafa dhiitee morma shamaraa jala seenee dhiichisu, hirrubbii aadaa Iluutiin goolaba.
..
Hambabbeessakee jalaa
Horasaa budduqfatuu
Dargageessakee jala
Dhiirri lama hin dubbatuu

Badda keessa kaatanii
Maqaa gurreen geeraruu
Gad baatamoo hin dhuftaree
Jaallataan garaa hin hiruu

Oromiyaatti waan dubbatu fakkaata. Dargaggeessa kee jala dhiirri lama dubbatu jedha. Goota qabda. Goota ija barbadaa qabda jechuun ibsa. Baddaafi bosonas keessatti kan siif ajjeesee maqaa Gurreetiin geeraru har’as qabda jedha. Ajjeesaa duriin qabee dhaamsa dhaama.

..
Abiddee korma goolee
Kan qaroon diddiimatuu
Argita atuui kot malee
Korma dhugaaf boorratu

Ijaareen kabaa kabaa
Dubbiin gaaddisaam duruu
An deemee nagaa nagaa
Shaggeekoo walirraa toluu

Saan abbaa jiruu dhaltee
Sanbatee narraa fudhuu
An abbaa jiruun ta’ee
Wanbadee barbaaddadhuu!
…..
Bakka kanatti ammoo araaraaf waama. Gaaddisatti dubbii keenya xumuranna jedha. Salgiinis gaaddisa akka jechuuti. Dhumarra ammoo ani haajaan qaba, ani abbaa maatiiti, waanbadee yookaan nama akkakee barbaaddadhu jechuun goolaba.

Ulfaadhaa !
Dogoggorri hiikkafi yaadni ibsaa (interpretation) olii keessa yoo jiraate gaafatamummaan Lalisaa malee Weellisaa hin ilaallatu.

Vision Entertainment ( Birra Gemedi ) hojii Oromoo madaalu akka kanaa hojjechuu keessaniif ulfaadhaa jechuun barbaada. Namoonni sirbicha hin caqasne geessituu armaan gadiitiin daawwadhaa!

OLF-OLA press release

Regarding the Situation in East Walaga

It has come to our attention that the current prevailing media narrative on the situation in East Walaga has been heavily distorted from the facts on the ground. Again we are seeing the
media fall into the trap of being misled by the well-organized propaganda campaigns of the
irredentist National Association of Amhara’s (NaMA) diaspora wing. This has happened before in regards to coverage of events in Wollo, Metekel, Horo Guduru, and West Walaga. We want to set the record clear on what exactly has been occurring in East Walaga this month and the events that have led up to it.

First, it is important to note that the situation in East Walaga is different from what occurred previously in Horo Guduru and West Walaga. In those cases, government-aligned militias working in coordination with Oromia Special Forces committed horrific massacres of Amhara civilians intending to blame the Oromo Liberation Army (OLA). As the Oromia regional state government and the Ethiopian federal government became more focused on the Tigray War, we have seen a complete halt to those false-flag operations- a hint to who was responsible. Since then, as was the case before, Amharas continue to live peacefully in OLA-administered areas without any issue. As we did at the time and repeatedly since then, for the sake of justice we are still demanding an independent investigation into those massacres- we are confident the truth is on our side.

In regards to the situation in East Walaga, over the last year, we have seen the rise of well￾trained Amhara militias arriving in the area. Specifically, they have been operating in the part of East Walaga that lies between Nekemte and the Blue Nile (which is the border to Amhara Regional State). On April 15th, armed Amharas drove out Oromo farmers and burned their crops in a place called Mender 10 (also known as Lalistu Angar). The extent of the fires was large enough to be caught on satellite which shows over 3000 hectares of farmland being burned as well as homes (refer to this thread: https://twitter.com/Quen10Tarantino/status/1384417207912906755). In the same month, seemingly in coordination, armed Amharas launched attacks further north in East Walaga￾specifically the towns of Agamsa and Kiramu. The situation was dire enough for both the East Walaga Zone Communication Bureau and the Gida Ayana District Communication Bureau to issue similar statements on Facebook decrying the actions of this militia ((i)
https://www.facebook.com/wdhkm.godinawallaggaabahaa/posts/499574804786826, (ii)
https://www.facebook.com/giddaa.ayyaanaa.9/posts/895531644324976). According to these statements, the militia had targeted and killed 13 Oromo civilians and destroyed 65 structures (including 47 homes). The statements refer to the militia as a “radical force” trying to agitate revolt among Amhara communities that had been resettled in East Walaga during the famine of the Derg era. They also state that the militia, which wore “pale uniforms” and carried an “illegal flag with the symbol of a lion”, was trying to instigate ethnic clashes between Oromos and the Amhara communities in the area. Flyers were being posted in the town of Gutin stating that Oromos had to “leave the ancestral land of Amharas”.

According to our sources, the militia consisted of fighters without uniforms as well as fighters wearing the tan uniform of the Amhara Special Forces. While the civilian administration of the East Walaga zone denounced their operations, the Oromia security officials did not commit to stopping their activities because the militia was also clashing with OLA forces. It was only after the Amhara militia killed 4 Oromia Special Forces unprovoked that the security forces began to take measures. They evicted many Amhara communities not just from Mender 10, but also from further north in Kiramu. The militia was also driven off the main roads and they remained dormant until the beginning of this month. According to the account given by a resident of Kiramu to BBC (https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-58313687), the male members of the evicted Amharas left their wives and daughters in Amhara regional state and returned to Kiramu, Agamsa, and Haro carrying weapons. According to our forces, a large contingent of armed Amhara men in civilian clothing were seen arriving in Kiramu, Sire Doro, Agamsa, and Amuru after crossing the Blue Nile on August 13th – exactly one day after Oromia Special Forces retreated from the area. Their arrival in Kiramu on that day is substantiated by eyewitness accounts to the BBC. Since then they have been active throughout the area, driving people out of their homes and burning the houses down. For example, in Lalistu Sombo (near Kiramu), they burned down 18 homes belonging to the following individuals plus two others whose names are currently unknown:
1) Guddataa Jabeessaa
2) Gammachuu Jabeessaa
3) Fiqaaduu Gammachuu
4) Faqqadaa Gamachuu
5) Shaggaa Gammachuu
6) Baabbee Gabulee
7) Dammashaa Girshoo
9) Lammii Jabeessaa
10) Waaqooo Jabeessaa
11) Katamaa Jabeessaa
12) Badhasaa Nagarii
13) Bukkuu Galataa
14) Margaa Abbuyee
15) Tamasgeen Abbuyee
16) Hordofa Abuye

When our forces arrived in Kiramu, it was these Amhara fighters that began engaging them in a firefight. They were armed not just with AK-47s but had heavier weaponry such as DShK (locally known as Dishkas) and Dragunov snipers. It was only after they sustained heavy casualties that they were driven out of Kiramu. That same day, in Sire Doro, these newly arrived fighters slit the throats of 7 Oromo civilians accusing them of passing information to OLA forces. It took several engagements with these forces to drive them out of Sire Doro, Agamsa, and Amuru.

Similarly, further south in Uke Karsa and Horo Aleltu, in what again looks like coordinated activity, a unit of uniformed Amhara Special Forces alongside federal forces clashed with the OLA. Following that clash, they severely beat random young men in Uke Karsa, killing 3 of them. From what we know, the federal military’s coordination with this force has caused a rift between the federal military and the Oromia regional forces due to what had happened in Mender 10 back in April of this year.

Our forces are still engaging with this newly deployed Amhara militia who have been undertaking a campaign of burning down the homes of Oromo civilians to intimidate them into leaving the area. So far over a hundred homes have been burned. These fighters are a well-armed, well-trained group with a clear objective to agitate the peaceful Amhara communities in East Walaga into revolt by sparking ethnic clashes. Even though this militia does not wear uniforms and often operates by blending with the existing Amhara communities that have lived side-by-side with our people for almost a century, our forces have gone above and beyond to ensure no innocent civilians are harmed.

However, we are now seeing the usual cabal of diaspora-based propagandists working on behalf of NaMA and the irredentist elements of the Amhara Regional State government to push a false narrative in the interest of their political agenda. Due to this, the contrast between the current prevailing media narrative and the facts on the ground are night and day. They are purposefully presenting the casualties suffered by the Amhara militia as the victims of random, wanton attacks by the OLA on innocent Amhara civilians. It is deeply disappointing and worrying that the Amharic Program of a reputable media organization such as Deutsche Welle has echoed this propaganda and passed it on as a substantiated fact. If there were any innocent civilians caught in the crossfire, we are prepared to accept responsibility and we will do what we can to assure there is justice. We once again demand an independent investigation by the United Nations or any other concerned third party so that the world can understand just how easily the truth gets distorted.

Moreover, we would also like to point out that what is happening in East Walaga right now is not a unique case in Oromia; Amhara state security forces have crossed the border and launched an invasion in Fantale, Karrayu- located in the northeastern part of Oromia. There has been heavy fighting between Karrayyu Oromo civilians and Amhara security forces
which have encroached several kilometers into Oromia. In that situation, we have seen the
resettling of people from Amhara state into the captured land in Oromia. This is all part of a trend we are seeing throughout the country: claims of “ancestral ownership” made by the radical, powerful elements in the Amhara regional state’s government are being enforced by the state’s security apparatus. That has resulted in the terror we have seen in Western Tigray, Metekel, Wollo, and now East Walaga and Karrayu. It has been a significant destabilizing factor in the region. When enabled and allowed to reach its objectives; we will see the kind of brutal ethnic cleansing that has happened in Western Tigray be repeated throughout the country. It should be remembered that Deputy Prime Minister Demeke Mekonen- himself a senior official of the Amhara Prosperity Party- not only publicly called for the arming and organizing of Amhara civilians- but personally oversaw training sessions in Metekel
(https://addisstandard.com/news-deputy-pm-recommends-arming-civilians-in-metekel￾benishangul-gumuz-region-as-spate-of-attacks-by-armed-men-leaves-dozens-killed/). In
Wollo, Amhara regional forces launched several attacks on Oromo communities over two years intending to spark a large ethnic clash to use as a pretense to disarm and occupy the local Oromo farming communities(https://www.vice.com/en/article/93ybyy/they-set￾everything on-fire-the-paramilitary-forces-killing-people-theyre-meant-to-protect). There was a horrific case of mob violence when an ambulance carrying injured Oromo civilians
from Wollo to the federal capital city (Finfinee) was attacked and everyone inside was brutally murdered (https://addisstandard.com/analysis-horrifying-accounts-of-violence-in-amhara-region-fed-ombudsman-slams-regional-govt-performance-says-303-killed-so-far/).
It was only when the Oromo farmers began to defend themselves that the NaMA’s propaganda arm began to promote a heavily distorted account of events. This has been an extremely irresponsible undertaking on the part of the Amhara elite implemented with no regard for the lives of everyday Amhara and Oromo civilians. OLA forces do not consider any nationality or people their enemy, they are on a mission to save this region from the brutality of this oppressive regime and remain committed to that cause.

The international community and media must act responsibly and do their due diligence when covering and considering these events. We live in an age of fake news and propaganda, it is easy to fall prey to the specter of legitimacy that propagandist outfits funded by the Ethiopian state (for example; the Global Ethiopian Advocacy Nexus (GLEAN) and the “Genocide Prevention in Ethiopia” organization) rely on to have their falsehoods accepted.

Victory to the Oromo and All Oppressed Peoples!
OLF-OLA High Command
August 25th, 2021

PRESS RELEASESTreasury Sanctions Eritrean Military Leader in Connection with Serious Human Rights Abuse in TigrayAugust 23, 2021


WASHINGTON — Today, the U.S. Department of the Treasury’s Office of Foreign Assets Control (OFAC) sanctioned General Filipos Woldeyohannes (Filipos), the Chief of Staff of the Eritrean Defense Forces (EDF), for being a leader or official of an entity that is engaged in serious human rights abuse committed during the ongoing conflict in Tigray. Filipos is designated pursuant to Executive Order (E.O.) 13818, which builds upon and implements the Global Magnitsky Human Rights Accountability Act and targets perpetrators of serious human rights abuse and corruption around the world.

“The Treasury Department will continue to take action against those involved in serious human rights abuse around the world, including in the Tigray region of Ethiopia, where such acts further exacerbate the ongoing conflict and humanitarian crisis,” said Director of the Office of Foreign Assets Control Andrea M. Gacki. “Today’s action demonstrates the United States’ commitment to imposing costs on those responsible for these despicable acts, which worsen a conflict that has led to tremendous suffering by Ethiopians. We urge Eritrea to immediately and permanently withdraw its forces from Ethiopia, and urge the parties to the conflict to begin ceasefire negotiations and end human rights abuses.”

SITUATION IN TIGRAY
The ongoing conflict in Tigray has exacerbated a humanitarian crisis that threatens hundreds of thousands of lives. Despite the Ethiopian government’s June 28 unilateral ceasefire declaration, parties on all sides continue to escalate the conflict. The EDF reentered Tigray after an initial withdrawal following the June 28 ceasefire. Meanwhile, the Tigray People’s Liberation Front (TPLF) has moved into neighboring Afar and Amhara regions, potentially further widening the conflict. Despite an estimated 5 million people in need of humanitarian aid, and more than 400,000 people experiencing famine conditions, Ethiopian federal and Amhara regional forces continue to restrict humanitarian access, while the Ethiopian government has called for all capable Ethiopians to mobilize to support the campaign in Tigray. These escalatory actions risk furthering a severe humanitarian crisis.

ERITREAN DEFENSE FORCES INVOLVED IN SERIOUS HUMAN RIGHTS ABUSE
General Filipos is the Chief of Staff of the EDF. In this role, he commands all of the EDF forces that have been operating in Ethiopia. The EDF are responsible for massacres, looting, and sexual assaults. EDF troops have raped, tortured, and executed civilians; they have also destroyed property and ransacked businesses. The EDF have purposely shot civilians in the street and carried out systematic house-to-house searches, executing men and boys, and have forcibly evicted Tigrayan families from their residences and taken over their houses and property.

Internally Displaced Persons (IDPs) in Tigray have described a systematic effort by the EDF to inflict as much harm on the ethnic Tigrayan population as possible in the areas the EDF controls. IDPs reported that in some cases, the EDF used knives or bayonets to slash open the torsos of pregnant women and then left them for dead. The EDF have forced survivors to leave the bodies of the dead where they lie or face execution themselves. Countless IDPs recounted instances of witnessing the rape, murder, and torture of friends and family members by the EDF. Sexual violence is being used as a weapon of war and a means to terrorize and traumatize the entire population; the majority of rapes are committed by men in uniform, such as the EDF. IDPs also spoke of a “scorched earth” policy intended to prevent IDPs from returning home.

Filipos is being designated pursuant to E.O. 13818 for being a foreign person who is a leader or official of an entity, including any government entity, that has engaged in or whose members have engaged in, serious human rights abuse relating to his tenure.

SANCTIONS IMPLICATIONS
As a result of today’s action, all property and interests in property of the person above that are in the United States or in the possession or control of U.S. persons are blocked and must be reported to OFAC. In addition, any entities that are owned, directly or indirectly, 50 percent or more by one or more blocked persons are also blocked. Unless authorized by a general or specific license issued by OFAC, or otherwise exempt, OFAC’s regulations generally prohibit all transactions by U.S. persons or within (or transiting) the United States that involve any property or interests in property of designated or otherwise blocked persons. The prohibitions include the making of any contribution or provision of funds, goods, or services by, to, or for the benefit of any blocked person or the receipt of any contribution or provision of funds, goods, or services from any such person.

GLOBAL MAGNITSKY
Building upon the Global Magnitsky Human Rights Accountability Act, E.O. 13818 was issued on December 20, 2017, in recognition that the prevalence of human rights abuse and corruption that have their source, in whole or in substantial part, outside the United States, had reached such scope and gravity as to threaten the stability of international political and economic systems. Human rights abuse and corruption undermine the values that form an essential foundation of stable, secure, and functioning societies; have devastating impacts on individuals; weaken democratic institutions; degrade the rule of law; perpetuate violent conflicts; facilitate the activities of dangerous persons; and undermine economic markets. The United States seeks to impose tangible and significant consequences on those who commit serious human rights abuse or engage in corruption, as well as to protect the financial system of the United States from abuse by these same persons.

Odeessa dirree lolaa!

Bobbaa Laggasaa wagii gaafa 18/08/2021

ODUU INJIFANNOO.

Gaachannii fi irreen uummata Oromoo WBOn zoonii G/Galaa Lixa shaggar ona #Ilfataa ganda #ittisaa bakka yadaal jedhamtutti weerartuu PP Uummata gooluuf yaatu galgala (local time) 11:00 hanga halkan sa’aatii 2:00(local time)tti tarkaanfii haleellaa fudhateen 22 battalatti yoo ajjeessu 15 madoon adabee jira..

Waraanni PP lola kanaan faffacaate halkan sana kuftee cabdee magaalaa bakkeetti hangi galte galtee kaanimmoo faffacaatee karaa baddee Jooraa kan jirtu WBOn ganama kana (19/08/2021) duukaa bu’ee funaanaa jira. bal’iina isaa walitti deebina.
Injifannoon Uummata Oromoof!!
Hagayyaa 19/2021

Collapse of the empire imminent in the horn Africa

For the last three years continuously there a war b/n the empire Ethiopia and the Oromo people (OLA). But the war results the conflict that happen between Ethiopia and Tigrayans. As my conclusion the northern Ethiopia war is the result and out comes of Oromo Libration Army’s pressure that influence the empire system. The Ethiopians use as an encoding materials of public concern from OLAs successful to the northern contradiction, were the tigrayans was highly blamed and the hate is waged on TPLF by the OPDO via their mercenaries. Using the above cause to gain the mass support they loss from Oromo peoples they declare the war and campaign on Tegarus.

The war declared on Tigray in northern Ethiopia is not a single war to keep rule of law that going on a single party group or TPLF as they code it. Generally the war is declared on Tigray peoples, when you start conflict with people always you are the loser. This is what we realize from the empires challenges.

Due to the lack of military faced the empire Ethiopia today there is a conscription of youth to unnecessary war field from all over Ethiopia. Especially from Oromia there is no Qeerroos today in their house, many of them was leave their house and joins OLA many of them are still distressed in jungle and bush. The rest including under age is recruited by the regime local leaders with out their interest for the military.

The oromo conscripted by the local PP leaders

Still the Empire nationalist( Amhara and their co) can’t learn from the reminiscences of the past, what happen today and going on in all empire region is similar to that of during the derg time. But till today they wage and campaign a war that either they won nor finish by any means. Finally they defeated offensively. Above 10 thousand military of the empire was capitulated by the tigrayans above 60 thousand was killed, but still they call for ethnic tigray cleansing.

Now adays collapse of theempire is imminent, so what is solution for the Oromo and other oppressed nation needs more discussion. The future of nation like Oromo those who have armed body is bright and full of happiness, the others have strong bond of unity.

As Oromo we have a leaders that pay expensive sacrifice including life that was leading and lecturing nations from field about oromos struggle. So the left one is only following our leader, listening them and applying what they command us. If so we have a bright and victory future.

OLAs army commanders

The western friends of the empire and imperialist groups are in an useless effort to save the empire from disintegration. While saving the empire from disintegration is stifling the right of self determination of nations avoiding the empires from destruct is being antisocial, and its also confronting human rights. While the so called inclusive national dialogue is prepared by the western co-ally of the Empire leaders is to save the empire, to survive the Ethiopia system from crisis and collapse and to avoid disintegration of the empire. We don’t need to take a part from the dialogue and any deal with the current PP leaders untill the war criminals presented to ICC.

OLA is an armed wing of Oromo libration front OLF which aggregate all fronts role. Including political, diplomacy, economy and all wings. Today Oromo libration front is the last and final chance that oromos have had to break the bondage of that is pressed by the amhara(ethiopians) on the Oromo nations.

OLAs inauguration program when they finish their military training and their weapons

Finally we Oromos have enough power to break off the bondage and empires colonial rule that constructed on us as Oromo, with our armed shield and wing Oromo libration army. Dealing with the Ethiopia and national dialogue is non of our business, we have no interest to live with amhara in one country either as neighbour or by building federal state.

War marerials captured with the Ethiopian regime army’s by OLA.

Thank you. @JaawwiiJiillee

Cuunfaa tarkaanfii injifannoo WBO lixa oromiyaa

Adoolessa 2_4/2021
Wallagga Lixaa Aanaa mana sibuu ganda kobbaraa keessatti gaafa adoolessa 2 bara 2021 waraanni bilisummaa oromoo tarkaanfii fudhateen humna diinaa buqqisuuf gandicha guutummaa guutuutti tohateera. Gandichis tohannaa hanga ammaatti tohannoo WBO jala jiraachuun beekameera.

Akkasumas gaafuma adoolessa 2 Godina Wallagga Bahaa Aanaa saasiggaa naannoo Gaara Waataatti WBOn  tarkaanfii fudhateen diina hedduu du’aa fi madoon adabuun injifannoon keessaa baheera.

Irreefi gaachanni Oromoo WBOn Zoonii lixaa humna addaa furgaatuu urjii lolaa waliin waltahuun tarkaanfii hadhaahaa gaafa adoolessa 3 bara 2021 Godina Wallagga Bahaa Aanaa Haroo Limmuu keessatti fudhateen waraana harcaatuu PP saddeettamaa ol barbadeessee jira. 

Godina Wallagga Bahaa Aanaa nuunnuu qumbaa bulchiinsa magaalaa daalattii keessatti WBOn Zoonii lixaa Cibiraan shanan Gibee tarkaanfii haleellaa guyyaa lamaaf gaafa adoolessa 2 fi sadii walitti aansee fudhateen gaafa adoolessa lamaa 18 ajjeesee 14 yoo madeessu gaafa adoolessa 3 ammoo sagal ajjeesuun afur ammoo madeesseera. Anaa nuunnuu qumbaa keessaa humna diinaa barbadeessuun qawwee kilaashii AKM 96 hiikuunis qabsoo bilisummaa Oromoof galii taasisuun injifannoon xumureera.

Adoolessa 4 bara 2021 Waraanni bilisummaa oromoo Zoonii lixaa humni addaa furgaatuu bittinneessaa diinaa, mancaasaa gabrummaa fi wiirtuu Gadaa Oromoo wal ta’uun tarkaanfii laalessaa Godina Wallagga Lixaa Aanaa Gimbii Gaara abbaa seenaatti fudhateen diina irraa afurtamaa ol ajjeesuun lakkoofsaan hedduu yoo madeessu sadii ammoo lubbuun booji’e. 

Loluma walfakkaatuun Gaara abbaa seenaa naannoo bochoosi tokkoffaa fi shanaffaa jedhamutti muraasni Gaara abbaa seenaa tarkaanfii fudhateen saddeeti ajjeesee 14 madeessuun tokko booji’eera. Walumaagala Qophii afurtamaa ol, hidhannoo shanii fi AKM afuris dhuunfachuun qabsoo bilisummaa Oromoof galii taasiseera.

Gaafuma adoolessa 4 bara 2021 lola biraatiin Godina Wallagga Lixaa Aanaa Qilxuu kaarraa ganda talaamsoo dambiitti 3f tokko irratti haleellaa WBOn gaggeessern torba battalatti ajjeesuun afur madeesseera.
I U Of!

Booji’amtoota Waraana PP Lola irraatti Waraana Bilisummaa Oromootti harka kennataan.

Harcaatonnii waraana PP seeran ala oromiyaa keessaatti gochaa shoroorkaa uumaa jiraan guyyoottan itti aanaan keessaatti gara moonaa WBO itti dhiyoo jiruutti akka harka kennataan waamicha dhiheessina.


Ibsa ajaja olaanaa ABO/WBO
Adoolessa 5/2021

Sirni faashistii PP Abiy Ahmadiin durfamuu Oromoo waggaa kumaaf cabsee Oromiyaa akka hawwii habashotaatti qircanii itti roorrisuu dhaadannoo jedhuun erga akka haaratti duula qindaawaa saba Oromoo fi Oromiyaa irratti bananii waggoota 4 ol tahee jiraa. Haa tahuutii waggoota darbaan keessa duula Oromummaa, Oromiyaa fi Oromoo cabsuu kana kallattii hundaan burjaajjii uumuun ilmaan oromoo fayyadamuun Oromoodhuma qabsoo bilisummaa isaa dura dhaabuuf yaalii guddoo taasisaa turee. Kanaanis dhalaattoonni Oromoo waraana weerartuu keessatti mindeeffamuun abiddaatti oofamaa turaan bu’aa malee seenaa gurraacha keessaatti qooda fudhachuun ofiifis lubbuun kan dhumaan danuudha.

Yeroo kanaattis weerartoonni impaayera itophiyaa akka duriitti olaantummaa saba ykn eenyummaa qeenxeen itti fufsiisuu barbaadaan bakka hundaatti salphiinni isaan muudataa jiraa. Haaluma walfakkaatuun bakka itti duulaan hundattiyyuu injifatamanii of duuba deebi’uun oromiyaa irraatti human abdii kutatee bobbaasuun oromiyaa irraatti duguuginsa itti fufsiisaa jiruu.

Baatii torbaan dura gaafa lollii impaayera Itoophiyaaf Tigraay eegaluuf tureetti ajaaja olaanaan ABO/WBO ibsa baaseen ilmaan Oromoo lola isaan hin ilaallannee irraa akka qooda hin fudhaanne akkasumaas qawwee isaanii qabachuun uummaata isaanii cinaa akka dhaabbataan waamicha taasisuun keenya ni yaadatamaa. Lollii Tigraay itti fufaa lolaa oromiyaa tahuus dhibdeen lola kana uumee garuu gaaffii eenyummaa sabootaa keessumeessuu diduuf bulchiinsa fiwudaalaa wagga 60n dura tureetti impaayerattii deebisuuf hojii PPn dalagaa jiruudha. Tahullee ilmaan oromoo osoo oromiyaa irraatti waraanni labsamee jiruu lola kana keessaatti qooda fudhachuun kisaaraa tahuu hubachiisuun Lola isa hin ilaallanne keessatti Oromoon akka qooda hin fudhannee akeekaa turee.

Yeroo kanaattis humni habashootaa eenyummaa sabummaa balleessuun Itoophiyaa guddittii afaan tokko saba tokkoof aadaa tokkoo imaammata godhatanii ittiin deeman, kufaatii isaan muudatee irraa raafamaa fi rifaatuu keessa seenuun ilmaan Oromootti fayyadamuun bakka kufanii ol ka’uuf yaalaa jiruu. Harcaatoota loltoota isaanii ammaas oromiyaa keessatti bifa haaraan bobbaasuun ajjeechaa, saamicha fi duguuginsa sanyii gaggeessaa jiruu. Ilmaan Oromoo sirna nama nyaataa faashistii yakkamaa Oromoo fi oromiyaa irratti shoroorkaa labsee kanaaf wardiyyaa taatanii jirtan yeroon itti seenaa keessan haaromfattaan ammaadha. Ajajoonni, akkasumaas loltoonni sirna nama nyaataa kana ogummaa fi dandeettii keessaniin utubaa jirtaan, sirni kun diigamuun impaayerattii jigsee jiraa. siniif mitii ofiifuu wabii tahuu dadhabee jiraa. Haala kana keessatti isiinis waamicha lammii keessanii dhagahuun waraana bilisummaa oromootti dabalamuun uummata fi biyya keessan Oromiyaa akka tajaajiltaan waamicha isiniif dhiyeessina. Kanaafis guyyoottaan itti aanan kana keessatti gara moonaa Waraana Bilisummaa Oromoo isinitti dhiyoo jiruutti akka makamtaan waamicha isiin akeekna.

Gama kaaniin loltoonni diinan bobbaafamtanii seeran ala Oromiyaa keessa socho’aa jirtaan saba kam keessaallee yoo taatan har’aa irraa eegaluun WBOtti harka kennachuu Kanaan ala daangaa Oromiyaa keessaa bahuun dirqama akka tahee gad jabeessuun Ajajaa olaanaan ABO/WBO akeekkachiisa. Waraanni Itoophiyaa duguugaa sanyii, yakkaa fi cubbuu uummata qulqulluu irratti dalagaa turee guutun guututti diigamuu shiftaa tahee jiraa. Qaamonni seeraan hidhatanii faashistoota PPn bobbaafamtaan kamillee warren maqaa nageenya eeguun sochootaan dabalatee hataattamaan qawwee keessan waliin akka gara moonaa WBO isinitti dhiyoo jiruutti dhufuun uummata keessaniif wabii taatan isiniin jenna.
Qaamni waamicha kanarraa tarkaanfachuun sochii fafee fi baramaa PPn itti bobbaasaa turtee dalaguuf oromiyaa keessa socho’uu kamiyyuu adabbi madaalawaa tahee akka argatuu hubaachiisna.

Walumaagalaatti sirni impaayera itoophiyaa itti fufsiisuuf dhiiga dhangalaasaa jiruu kun moo’atamuu isaa baree gochaa abdii kutannaa fi haaloo bahiinsaa saba oromoo irraatti dalagaa jiru fuldura dhaabbachuun qawwee keessan akka diina kanaatti deebisuun uummata keessan waliin dhaabbattan Ajajaan olaanaan ABO/WBO irra deebiin hubaachiisa. Waraanni impaayera Itoophiyaa kaaba biyyattiitti jabinaan rukutamuun kutaan waraanaa Shan guutummaatti barbadaa’ee jiraa. Kanaan boodatti humni Itoophiyaa tiksee itti fufsiisuu danda’uus Itoophiyaanis walfaana kutuun caccabanii jiruu. Kanaaf lammiin Oromoo finmindeeffamtoonni Waraana impaayerattii duraan Oromiyaa bakka garaagaraatti bobbaafamaa jirtaan Akka gara Waraana Bilisummaa Oromootti dhufuun uummata keessaniif humna taatan jennaa.

Humni seerawaa fi nagaa waaraa godina Afrikaa fi biyyaa keenya Oromiyaa irraatti fiduuf kabaachiisuu danda’uu yeroo kanaatti dandeettiif beekamtii qabuu Waraana Bilisummaa Oromoo tahuu Ajaja Olaanan ABO/WBO gad jabeesse isiin hubaachiisa. Kanaafis hireen takkittiin ilmaan Oromoo Waraana PP keessa jirtaan qabdaan Waraana Bilisummaa Oromoo waliin hiriiruu nagaa waaraa hawwamuuf WBOn itti jiruu buusuu keessaatti Akka qooda fudhataan Ajajaa Olaanan ABO/WBO gad jabeesse hubachiisa.

Ajaja olaanaa ABO/WBO(AO~ABO/WBO)
Adoolessa 5/2021
Injifannoon uummata oromoof

ODUU INJIFANNOO WBO Z KIBBAA04/07/2021) cibraa Odaa adoolaa buuttaa gaannalee siidaa gurrachaa

Leencichi bosona irreef gaachanni ummata oromoo wbon zoonii kibbaa konyaa gujii baha aanaa gooroo doolaa ganda bokkolaa keessatti ganama kana sa’aatii 3:30 ( local time) irratti loltuu nafxanyaa maqaa sakkataa jedhuun bobbatee irratti tarkaanfii laallesaa keessa deebii hin qabne fudhateen.loola gurguddaa iddoo lamatti godhamen injifannoo cululuqaa galmeesse jira

Iddoo jalqaba irratti haxxee hidhuun ofitti harkisee tarkaanfii fudhateen 10 oli du’aan adabuu hedduu madeese jira

Itti fufuun loola marsaa lammaffaa godhamen saddeet ajjeessuun shan madeesee jira loolli ammaas hin dhabbanne

Guyyumaa hardhaa kana aanaa gooroo doolaa ganda haadha dhaddacha keessatti buuttaa oddoo dooyyoof buuttaan gaannalee siidaa gurrachaa wal ta’uun tarkaanfii ofitti harkisuu taasisuun loltuu mootummaa gabroomfataa lama ajjeesse ari’uun of irraa deebisaa jira
Injifannoon uummata Oromoof

The only & crystal fact that the rest of world must have to know about Ethiopia and the Oromos question!

While solving the challenges and crisis the empires and horn Africa face as result of the Ethiopia regimes banditary behaviours, avoiding disintegration of empire is again lead to historical mistake. Disintegration of empire can solve the self determination quest of nations and nationalities raised for more than 80 years. So the western and friends of the regime must have to re assess their decisions actions

The heart beat of international community specially the western friends of Empire Ethiopia is in a way of trying avoiding disintegration of the rotten empire.

Is that avoiding disintegration and repairing the rotten empire will be a solution? How stifling the interest of nations and nationalities have to their self determination can lead to a durable peace is make a confusion.

After this there is Ethiopia only in history! Once there is big and rotten empire that enslave nations specially Oromo for at least above 165 years. The empire was built by the ideology of fake cover identity which they call as Amhara(where there is no the so called amhara nations and Amhara identity), Amhara is the same to or defined as Ethiopianism with mask as my own term. The rest of nations conquered under the empire was enslaved by Ethiopianist(Amhara) extremist.

The crystal solution that can solve and lead the region to durable peace is accepting the self determination of Oromo and other opressed nation.

The only demand we need from Ethiopians is that the Ethiopians to be submitted under the system of Oromo or to leave out of Oromos country
Oolmaa nagayaa.
Kanumaa biraan nuuf gahaa. Nutii haga dhumaatti akka waliigaltee kamirraayyuu dantaa hin qabnee itti himaa faranjiitti.

The extremist co-amhara Ethiopianist and the future of nations in Ethiopia and horn of Africa.

The political ascarids and problems of horn of Africa

When the so called reformist group of current PP comes to the hem of empire power on a back of Oromo struggle in 2018 only the Oromo libration army confront the decision of broughting OPDO as a new to the head of power at that time. While many activists, nations, politicians and leaders accept and recognize Abiy Ahmad’s PP as a peace surety. But the aim of Oromo revolution that over 7000 Oromos died for is hijacked as soon as the OPDOs took a power by the neo neftegna Ethiopians those whose ambitious to build Amhara dominated Ethiopia by all means.

While the Oromo revolution is hijacked and Oromo youths(Qeerroos) sacrifie to brought change in the root of empire will taken to prison in a mass, many of them was killed by the Nobel peace price winner of the regime leaders. The rest of them was joined to the Oromo libration army. Across Oromia there is a grave fighting today with the Ethiopian regime army and Oromo libration army’s, for the last three years continuesly with out break.

The war b/n TPLF and the Ethio-amhara group is caused by loose of benefits and power handled by monopoly over the empire. The d/t between the two group is pp had a clear agenda of marginalising identity nation’s and ethnic federalism to geographical federalism to success the ideology of collapsing the identity of nations and nationalities. The aim to build Ethiopia under one identity or Amhara supermacy. While the TPLF lead the country for 27 years under the oligarchy dictator system.

Now a days the Ethiopia and Tigray war is in away of ending, with the failure of Ethiopia (the Amhara extremist). As we see the international community is ready to start dialogue with intrude as a third body. The question is that how they can treat the Oromo quest and the extremist interest together is a puzzle. For the last 60 years the way the western diplomats and govts are observe the Oromo question and OLA is cause the political unrest in the horn of Africa and empire Ethiopia.

The nucleus problem of the empire politics that they way the extremist Ethiopianist ignore the Oromos identity question and ownership of his country. The tigrayan libration can make nothing sense b/c Tigray is the independent state before starting from 1992. In generally ignoring the Oromos question is take the region to the past civil unrest.

Still pushing the Oromos struggle to treat together with the northern Ethioians can not brought the so called durable peace in the region. During the TPLF lead 1991 transition charter also similarly Oromos where fired from central politics by the intrigue of TPLF their co-ally, the result makes the war of ethio-eritrea, and at the end failure of Ethiopia state under the TPLF. Then the way the Ethiopianist try to survive the empire is caused the conflict of TPlF and Ethiopia and the current grave civil war.

So before going to dialogue of how to survive the empire reassessing the past fault is better. As Oromo libration army we are not ready to take part in the peace dialogue hosted to save the empire under the oligarchy dictators, b/c our question and the aim we are die for is collapsing the rotten empire that commit ethnic cleansing on Oromo and other opressed nations and to build free Oromia Republic. So the inclusive dialogue descanted by the western and international community can not make nothing with treating positively Oromos interest and Oromo libration army programme.

We hope we are the base of East and horn Africa peace b/c the accepting the Oromos question can answer many complex quest of the region. While other decision can take region to the continues grave civil war and disintegration of the empire including neighbour states

The only demand we need from Ethiopia is that the Ethiopians have to submitted under the Oromo system in Oromia or gate out of our country Oromia.
Design a site like this with WordPress.com
Get started