

Muddee 30/2021!
KUSHUU WAABAA Miseensa Milishaa Magaala Nageelle Booranaa irraa Akm 1fi Rasaasa 236 fudhatee Gara W3O Cibraa Soddom Boorootti kan dabalame yo ta’u inni lamaffaanis
KORMA BAGGAJJOO miseensa Milishaa Aanaa Liiban irraa AKM tokkoof rasaasa 200 waliin gara Cibraa Soddom Boorootti yo dhufuu torbee kana keesa miseensonni milishaaf poolisii Oromiyaa kan Eenyummaa ofii baran namnii 20 oli gara moora Qabsoo Bilisummaa Oromoo Cibraa Soddom Boorootti dabalamaniiruu.

ammas kanneen haftanis qawwee alagaa baattanii saba keesan acuucuu dhiiftanii gara Obboloota keesaniitti dhuftanii akka Qabsoo Saba keesanii utubdaniifi Cubbuuf daba kanaan dura Uummata keesan irratti dalagaa turtaniif akka Araara galtan waamicha itti fufiinsa isiniif goonaa!
W3O ZK Cibraa Soddom Booroo irraa!
Injifannoon Galuun Baranuma