

[SQ ABO-WBO Mudde 18/2021]
Warraaqsa Diddaa Weeraara Minilik kan Qeerroon Bilisummaa Oromoo ABO-WBO labse hordofuun Shaggar Lixaa Ona Dirree Incinniitti barattoonni mana barumsaa sad 2ffaa Incinnii barsiisota isaanii waliin ta’uun sirna nama nyaataa Impaayera Xoophiyaa mormaa oolan.
Haaluma wal fakkaatuun Lixa Oromiyaa Godina H/Guduruu Wallaggaa Onoota akka Amuuruu fi kanneen biroo keessatti fincilli uummata bal’aa hirmaachise gaggeeffamaa jiraachuu isaa Sagaleen Qeerroo odeeffateera.
Gabroomfataan Ni Kufa!
Injifannoon Dhiigaan Dhufa!
Sagalee Qeerroo Bilisummaa Oromoo ABO-WBO