

Loltoonnii Mootummaa Faashistii Xoophiyaa
Kan dhalootan Oromoo ta’an sirna bututaa xoophiyaa irraa abdii dhabuun gara Waraana bilisummaa Oromooti dabalamaa jiru.
Kan suuraa irraa argaa jirtan miseensa Poolisii ๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐ Godina Gujii Bahaa Magaala nageellee Booranaa kan turee nama maqaan isaa Heeliyaas Xaaxoo Areeroo jedhamu kaleessa mudde 14,2021 ๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐ ๐ญ๐จ๐ค๐ค๐จ ,๐๐๐ฌ๐๐๐ฌ๐ 200 ๐จ๐ฅ๐ข๐ข๐ ๐๐จ๐ง๐๐ข๐ข ๐ญ๐จ๐ค๐ค๐จ qawweef Hidhannoo isaa Guutuu waliin fedhii isaatin Waraana Bilisummaa Oromoo Zoonii Kibbaa Cibraa Soddom Boorootti dabalamee jira.
Ilmaan Oromoo kan Sirna ๐๐ข๐ง๐ข๐ฅ๐ข๐ค๐ข๐ข Tiksuuf ๐๐ฎ’๐ seena hin qabneef uummata keessan qawwee gabroomfataa Baattanii miidhaa jirtaniif Waraanni Bilisummaa oromoo akkuma yeroo gara garaatti waamicha isiniif taasisa ture ammas irra deebi’ee waamicha oromummaa isiniif dabarsaa jiraa.
๐๐๐ง๐๐๐ yeroon kun yeroo itti sabaa ofiitiif lolan malee yeroo qawwee alagaa baatanii gabroomfataa barcumaa jalatti tiksanii dhiiga saba ofii dhangalaasanii miti waan ta’eef ilmaan ๐๐ซ๐จ๐ฆ๐จ๐จ ๐๐ฎ๐ฎ๐ช๐๐ฆ๐ ๐ฌ๐๐๐ฎ๐ฆ๐ฆ๐๐ ๐ช๐๐๐๐๐ง hundii dafaa Qawwee keessan fudhadhaa gara obboleeyyan keessan ๐๐๐ fi gara qabsoo saba keessanii deebi’aan dhaamsa keenya .
๐๐ข๐๐ซ๐๐ ๐๐จ๐๐๐จ๐ฆ ๐๐จ๐จ๐ซ๐จ๐จ ๐ข๐ซ๐ซ๐๐!
Horaa Bulaa Deebanaa.