Armed soldiers carrying guns should stay away from social services. Furthermore, the militants deployed by the self-proclaimed government body of the PP are afraid to go alone and are moving by public transport with the peaceful people who are conducting their own lives.They are going to use civilians in the war zone as a coverContinue reading “The Abiy regime PP(cabinets militants and army) should stop using the people as a shadow of war.”
Category Archives: Uncategorized
Jaarraa 14ffaa deebisee diinni Jaarraa 16ffaa deebistuu deebiiti finnii!
Diinni walabummaa Oromiyaa hanqisuuf Oromiyaa gaaffii siyaasaa taasisaa jiraa. Jabiina Qabsoo walabummaa Oromiyaa fi itti dhiheenya fiixa bahuumsa QBO hidhannoon hidhamaa jiruu sodaa keessa galchuu irraa Kan Ka’ee humnoonni impaayeerattiin Akka itti fuftuu fedhaan kallaattii hundaan danqaa kaa’uu itti fufanii jiruu. Waan sagaanteessan kana fiixaan baasuun karaa hundaan hojii manee Saba Oromoof kennuun akeeka isaaniiContinue reading “Jaarraa 14ffaa deebisee diinni Jaarraa 16ffaa deebistuu deebiiti finnii!”
OPDO jibbaa ABOf gadaaantummaa itti dhagaahamuu irraa jiraataa as geesse! Har’aas sanumaan jirtii!.
Ijoolleen oromoo baayyeen gaafa qabsoo oromoo keessaatti namaa dhuunfatti mufataan ykn haalli mijachuufii diduu ykn QBO keessatti badii seenaa seeraa ykn immoo dogooggora uumaan fiiganii OPDOtti galuu. Warrii akka kanaan OPDOtti galaan kun badii isaanii duraa ykn haaloo mufii fi dallaansuu duraan nama dhuunfaa ykn dhaaba ykn immoo hoggaana/ qondaala/miseensa dhaabaa ykn dabbaallee jaarmiyaa tokkooContinue reading “OPDO jibbaa ABOf gadaaantummaa itti dhagaahamuu irraa jiraataa as geesse! Har’aas sanumaan jirtii!.”
Oduu Injifannoo!
Cuunfaa Qolannaa Duula Marii JalaaMootummaan Abbaa Irree koloneel Abiy Ahmed maqaa Cehumsaatiin qabsoo sabaa butuun erga aangoo qabatee waggoota 4 lakkoofsiseera. Aangoo qabachuu koloneel Abiy Ahmedn wal qabatee qabsoo karaa nagaatti ulaan cufamuun qabsoo Bilisummaa Oromoo fi hiree uummata Oromoo harka WBOtti akka galu ta’e. WBO aangoo qabachuu Koloneel Abiy Ahmediin qormaataa fi afaan faajjiiContinue reading “Oduu Injifannoo!”
Ethiopia’s real side:
Ethiopia’s real side: All aspects of Ethiopia tale is shrouded with lies and uncertainty. Instead of saying Ethiopia is never colonized it would have been correct to say Ethiopia is the only colonizer African country during the Scramble for Africa helped by imperialists. The five years occupation by Italy should not also be overlooked. OneContinue reading “Ethiopia’s real side:”
drone attack on 03/11/2022 in Oromia in west Wallagaa, Bojjii Dirmaji district, Biilaa town.
A partial list of Oromo civilians tenaciously massacred by the Ethiopian government air force -drone attack on 03/11/2022 in Oromia in west Wallagaa, Bojjii Dirmaji district, Biilaa town. Oromiyaa, Wallaggaa Lixaa, Aanaa Boojjii Dirmajii, Magaalaa aanichaa Biilaatti Oromoo yakka sanyii duguggaa mootummaan sirna Nafxanyaa Abiyii Ahmad Alii haleellaa xayyaara waraanaa (Diroonii) gaafa 03/11/2022 ajjeesee fiContinue reading “drone attack on 03/11/2022 in Oromia in west Wallagaa, Bojjii Dirmaji district, Biilaa town.”
Haleellaa Qilleensaa Ummata Fixuu Oromiyaa Keessatti Gaggeeffamaa Jiru Irratti(Ibsa ABO-WBO)
Itoophiyaatti ajaja humna waraana lafoo irra guddaa isaa qondaalota waraana Ertiraatiif dabarsee kennuun Kiiloo-4 kan maandheffate murni Abiy Ahmad, yeroo ammaa kana humna qilleensaa harkaa qabu tokkittiitti fayyadamuun tarkaanfii duguuggaa sanyii Oromiyaatti eegale cimsee itti fufee jira. Guyyoota muraasa darban keessatti qofaa ajjeechaan jumlaa diroonii fi meeshaalee humna qilleensaa birootti dhimma bahuudhaan lixaa fi giddu-galaaContinue reading “Haleellaa Qilleensaa Ummata Fixuu Oromiyaa Keessatti Gaggeeffamaa Jiru Irratti(Ibsa ABO-WBO)”
The main methods of enemy from past up to today is to stumble the Oromo struggle!
Time is iron time not elders time!We are young, patriot and determinant! – Jaawwii Jiillee The fault of some Oromo nationalists is that they recognise the rotten empire called Ethiopia as a ‘state’. While Ethiopia is not a formal state using Ethiopia as a state by it self is a mistake, and similar mistake leadsContinue reading “The main methods of enemy from past up to today is to stumble the Oromo struggle!”
Duulli waliirraa hin citnee humnoota gamtaa kanneen Itophiyaan hidhachiifamaniin erga Oromiyaa giddu galeessatti labsamee torbee tokkoo gahee jiraa. ..
Humnoonni sirna Itophiyaan hidhachiifamaan kanneen akka Faannoo amaaraa, humna addaa amaaraaf Oromiyaa, RIB, Poolisii federaalaa, milishaa, Gaachana sirnaa fi Kkf Oromiyaa giddu galaa kallaatti 3n duula Oromoo irraatti erga bananii torbee gahee jiraa.haala kanaanis giddu galeessa Oromiyaa bakka 5tti qoodun sochii godhaa Kan jiraan humnii gamtaa diinaa kun, •Kaabaaf Kaaba lixa Shaggaar godina addaa waliinContinue reading “Duulli waliirraa hin citnee humnoota gamtaa kanneen Itophiyaan hidhachiifamaniin erga Oromiyaa giddu galeessatti labsamee torbee tokkoo gahee jiraa. ..”
The Abiy Regime’s Militia are Responsible for the Tole Massacre of West Wollega(OLF-OLA Press Release)
The Oromo Liberation Front—Oromo Liberation Army (OLF-OLA) condemns, in the strongestpossible terms, the killing of civilians in Tole Village of Gimbi district in the West WollegaZone of the Oromia region. Despite the genocidal regime’s malign misinformation and propaganda campaigns, the Oromo Liberation Army (OLA), as a political party and liberationarmy, was committed to its singularContinue reading “The Abiy Regime’s Militia are Responsible for the Tole Massacre of West Wollega(OLF-OLA Press Release)”