SAGLII… Weelluun haaraa mata dureensaa Salgii jedhu kun gosa muuziqaa Aadaa Oromoo keessaa Geelloodha. Gelloon Oromoota Macca keessatti hedduu beekamaafi jaallatamaadha. Keessattuu Godinaalee Wallagga Arfaniifi Iluu Abbaa Booraa akkasumas Matakkal fi Shawa Lixaa bakka muraasatti mootii sirbaa jedhamee waamama. Gelloo dhiiratu sirba. Gelloonis wallee (lyrics) irratti hundaa’uun akaakuu hedduu qabaata. Kan jaalalaa kan gootummaa, SiyaasawaafiContinue reading “Saglii, wallee Leencoo Gammachuu”
Author Archives: Bakakkaa Bonaa
OLF-OLA press release
Regarding the Situation in East Walaga It has come to our attention that the current prevailing media narrative on the situation in East Walaga has been heavily distorted from the facts on the ground. Again we are seeing themedia fall into the trap of being misled by the well-organized propaganda campaigns of theirredentist National AssociationContinue reading “OLF-OLA press release”
PRESS RELEASESTreasury Sanctions Eritrean Military Leader in Connection with Serious Human Rights Abuse in TigrayAugust 23, 2021
WASHINGTON — Today, the U.S. Department of the Treasury’s Office of Foreign Assets Control (OFAC) sanctioned General Filipos Woldeyohannes (Filipos), the Chief of Staff of the Eritrean Defense Forces (EDF), for being a leader or official of an entity that is engaged in serious human rights abuse committed during the ongoing conflict in Tigray. FiliposContinue reading “PRESS RELEASESTreasury Sanctions Eritrean Military Leader in Connection with Serious Human Rights Abuse in TigrayAugust 23, 2021”
Odeessa dirree lolaa!
Bobbaa Laggasaa wagii gaafa 18/08/2021 ODUU INJIFANNOO. Gaachannii fi irreen uummata Oromoo WBOn zoonii G/Galaa Lixa shaggar ona #Ilfataa ganda #ittisaa bakka yadaal jedhamtutti weerartuu PP Uummata gooluuf yaatu galgala (local time) 11:00 hanga halkan sa’aatii 2:00(local time)tti tarkaanfii haleellaa fudhateen 22 battalatti yoo ajjeessu 15 madoon adabee jira.. Waraanni PP lola kanaan faffacaate halkanContinue reading “Odeessa dirree lolaa!”
Collapse of the empire imminent in the horn Africa
For the last three years continuously there a war b/n the empire Ethiopia and the Oromo people (OLA). But the war results the conflict that happen between Ethiopia and Tigrayans. As my conclusion the northern Ethiopia war is the result and out comes of Oromo Libration Army’s pressure that influence the empire system. The EthiopiansContinue reading “Collapse of the empire imminent in the horn Africa”
Cuunfaa tarkaanfii injifannoo WBO lixa oromiyaa
Adoolessa 2_4/2021Wallagga Lixaa Aanaa mana sibuu ganda kobbaraa keessatti gaafa adoolessa 2 bara 2021 waraanni bilisummaa oromoo tarkaanfii fudhateen humna diinaa buqqisuuf gandicha guutummaa guutuutti tohateera. Gandichis tohannaa hanga ammaatti tohannoo WBO jala jiraachuun beekameera. Akkasumas gaafuma adoolessa 2 Godina Wallagga Bahaa Aanaa saasiggaa naannoo Gaara Waataatti WBOn tarkaanfii fudhateen diina hedduu du’aa fi madoonContinue reading “Cuunfaa tarkaanfii injifannoo WBO lixa oromiyaa”
Harcaatonnii waraana PP seeran ala oromiyaa keessaatti gochaa shoroorkaa uumaa jiraan guyyoottan itti aanaan keessaatti gara moonaa WBO itti dhiyoo jiruutti akka harka kennataan waamicha dhiheessina.
Ibsa ajaja olaanaa ABO/WBO Adoolessa 5/2021 Sirni faashistii PP Abiy Ahmadiin durfamuu Oromoo waggaa kumaaf cabsee Oromiyaa akka hawwii habashotaatti qircanii itti roorrisuu dhaadannoo jedhuun erga akka haaratti duula qindaawaa saba Oromoo fi Oromiyaa irratti bananii waggoota 4 ol tahee jiraa. Haa tahuutii waggoota darbaan keessa duula Oromummaa, Oromiyaa fi Oromoo cabsuu kana kallattii hundaanContinue reading “Harcaatonnii waraana PP seeran ala oromiyaa keessaatti gochaa shoroorkaa uumaa jiraan guyyoottan itti aanaan keessaatti gara moonaa WBO itti dhiyoo jiruutti akka harka kennataan waamicha dhiheessina.”
ODUU INJIFANNOO WBO Z KIBBAA04/07/2021) cibraa Odaa adoolaa buuttaa gaannalee siidaa gurrachaa
Leencichi bosona irreef gaachanni ummata oromoo wbon zoonii kibbaa konyaa gujii baha aanaa gooroo doolaa ganda bokkolaa keessatti ganama kana sa’aatii 3:30 ( local time) irratti loltuu nafxanyaa maqaa sakkataa jedhuun bobbatee irratti tarkaanfii laallesaa keessa deebii hin qabne fudhateen.loola gurguddaa iddoo lamatti godhamen injifannoo cululuqaa galmeesse jira Iddoo jalqaba irratti haxxee hidhuun ofitti harkiseeContinue reading “ODUU INJIFANNOO WBO Z KIBBAA04/07/2021) cibraa Odaa adoolaa buuttaa gaannalee siidaa gurrachaa”
The only & crystal fact that the rest of world must have to know about Ethiopia and the Oromos question!
While solving the challenges and crisis the empires and horn Africa face as result of the Ethiopia regimes banditary behaviours, avoiding disintegration of empire is again lead to historical mistake. Disintegration of empire can solve the self determination quest of nations and nationalities raised for more than 80 years. So the western and friends ofContinue reading “The only & crystal fact that the rest of world must have to know about Ethiopia and the Oromos question!”
The extremist co-amhara Ethiopianist and the future of nations in Ethiopia and horn of Africa.
When the so called reformist group of current PP comes to the hem of empire power on a back of Oromo struggle in 2018 only the Oromo libration army confront the decision of broughting OPDO as a new to the head of power at that time. While many activists, nations, politicians and leaders accept andContinue reading “The extremist co-amhara Ethiopianist and the future of nations in Ethiopia and horn of Africa.”