WHAT IS IRREESSAA/IRREECHAA?

Oromoo is one of the largest people in Africa. Afaan Oromoo/Oromoo language is the fourth largest language spoken next to yurbo of Nigeria kiswahili,and Arabic in Africa. Oromo is also the largest among the 35 Kushitic people, eastern(22)&western(13). This east-west categorization is to mean people living on both sides of the Blue Nile for centuries.Continue reading “WHAT IS IRREESSAA/IRREECHAA?”

Qeerroon Bilisummaa Oromoo Kaayyoodhaan Masakamaa;Kaayyoo Jalattis Hiriira!(Ibsa Qeerroo Bilisummaa Oromoo)

Fulbaana 29 2021 Sabni Oromoo Impaayera Xoophiyaa kan sirna qeenxee fi ol’aantummaa saba tokkootiin dhuunfatamte ofirraa cabsee, biyya Walabaa: kan nagaa, dimokiraasii fi wal-qixxummaan ilmaan namaa keessatti kabajamu ijaarruuf Qabsoo roga maraa kan walirraa hin cine gaggeessaa yoona gaheera. Qabsoo kana irrattis lubbuu qaalii ilmaan isaa dhiira-dhalaa osoo hin jenne duguugee itti gabbaraa bahe. SirniContinue reading “Qeerroon Bilisummaa Oromoo Kaayyoodhaan Masakamaa;Kaayyoo Jalattis Hiriira!(Ibsa Qeerroo Bilisummaa Oromoo)”

Oromoon Jechaa fi Gocha Gantootaan Afaanfajjawuu Hin Qabu!(Ibsa Ajajaa Ol’aanaa ABO-WBO)

Lola PPn uummata Oromoo fi WBO irratti gaggeessaa jirtuun kasaaraa guddaa keessa galuun ifa galaa dha. Injifannoo WBOn baadiyyaalee Oromiyaa dhuunfachuu fi magaalota qabachuun mooraa diinaa raasaa jira. Haala kanaan diinni kasaaraa isaa kana ololaan haguuguuf afaan gantootaan dubbataa jiru Oromoon osoo hin alanfatne akka hin liqimsine hubachiisna. PPn jaarmaya farra-dimokraasii, kan eenyummaa nafxanyummaan guutameContinue reading “Oromoon Jechaa fi Gocha Gantootaan Afaanfajjawuu Hin Qabu!(Ibsa Ajajaa Ol’aanaa ABO-WBO)”

Many Oromo peoples failed under hunger due the war declared on Oromo peoples by the regime.

Yes, our people are suffering a lot from one corner to the other. No food and no shelter. But most of us choose to give only to the known people. Eviction, after eviction; burning of their homes, assets, crops in the field, killings and throwing their Holy body to forest and eaten by wild animalsContinue reading “Many Oromo peoples failed under hunger due the war declared on Oromo peoples by the regime.”

Qeerroo waa hubaattee

Qeerroo! Waa dubbiin sii galtee?Kaayyoon manii hin geenyeeObbaafadhe jetteeDhoobamtee akka hin teenye Bar… hin obbaafattuQabsoon dhaalaan darbaaKaayyoon tasa hin cittuDiinniis kaayyoo qabaaQabsoonsaas hin cittuKansaas dhaalaan darbaaOfiif gooftaa ta’uufSiin taasisee garba. ”Buddeen nama quubsuEeleerraa beeksisa”Akka hawwii keetiifSpoonjirra raftee, sponnjirra teessaAkka yaada kootiifBar… spoonjirra raftee, sponnjirra hin teessuQoraattirra raftee, qoraattirra teessaAkka ammaa-ammaa quuqee si damaqsu.Galfata abbootii fiContinue reading “Qeerroo waa hubaattee”

Odeessa Waraanaa!

Oduu_Injifannoo! Fulbaana 16/2021! Godina Gujii Bahaa Aanaa Liiban Ganda Mugaayootti Waraani Bilisummaa Oromoo Cibraa Soddom Booroo tiif Cibraan Odaa Adoolaa Walta’uun Fulbaana 16/2021! Barraaqa Sa’aati 11:30tti Kaambiitti itti Cabsuun Mishigii keessatti dhukkeessee daara godheera! Diina irraa battalatti 18 kan duhaan Adabe yo tahu,27 ammoo madoon geggeesseera.akkasuma hogganaa kaambichaas Erga madoon adabeen booda Hospital Nageelle BooranaaContinue reading “Odeessa Waraanaa!”

Oduu injifannooBobbaa Elemoo Qilxuu!

WBO zoonii kibbaa, cibraa odaa adoolaa.Fulbaana 11 2021. G/bahaa gooroodoolaa ganda madha dunuun guyyaa kalee AKM 8f diinarraa hiikuun mooraa diinaa guututti dhuunfateera. Itti fufuun ganama kana lola guddaa G/ bahaa aanaa Gooroodoolaa ganda goofa yam’ootti loltuu PP 10 ol erguun hedduu madoon adabeera. Injifannoon uummata Oromoof

❇️Oduu tarkaanfii WBO zoonii GG. 07/09/2021

“””””””””””””””””””””””””””””””Irreef gaachanni Ummata Oromoo WBOn zoonii GG, humna diinaa salaale Ona kuyyuu irraa gara Kooyyee Akaalee konkolaataf miilan fiigaa turte haxxeen rukutuun biyyoo taasisee jira. Humni diinaa kun tilmaaman nama 200 kan taatu yoo ta’u 30 battalatti yoo duutu hedduun madoon adabamtee jirti. Konkolaatan tokkos hojiin ala taatee jirti. Injifannoon Ummata Oromoof.

Baha Oromiyaatti injifannoo WBO Zoonii bahaa

Injifannoo WBO baha oromiyaa 08/09 /2021 Irree fi gaachanni uummata Oromoo WBOn baha Oromiyaa tarkaanfii waraana gabroomfataa irraatti Harargee lixaa aanaa mi’eessoo araddaa daalachaa gaara daalachii bakka jimaa jaarsootti guyyaa sa’aatii saddeetitti Fulbana 7/2021 fudhateen nama 6 kan ajajaan humna addaa maqaan isaa Xahaa jedhamuu fi ajajaa poolisii ajajaa kudhanii kan keessatti ragamu battalumatti ajjeeseeContinue reading “Baha Oromiyaatti injifannoo WBO Zoonii bahaa”

Duula Bobbaa jaal Elemoo Qilxuu! Fulbaana 6/2021! Abdiif Gaachanni Uummata Oromoo WBO’n Zooni Kibbaa Cibraa Soddom Booroo Fulbaana 6/2021 Guyyaa keesa Naanno Sa’aati 09:30 irratti Humna Diinaa Godina Gujii Bahaa Aanaa Gumii Eeldallo irraa gara Magaala Nageelle socho’aa jirtu irratti Tarkaanfii fudhateen bakka Addaa #Irreessa_Liiban_Burii jedhamutti Humna diina paatrooli Shaniin socho’aa turte keesa Sadii guutuuContinue reading

Design a site like this with WordPress.com
Get started