Matakkal: Oromoonni 6 garee Faannoo jedhamuun ajjeefamaan.

Duula duguuggaa sanyii, garee Faannoo jedhamu, akkasumas, Milishootaa fi Hawaasa Naannoo Amaaraan, Konyaa Matakkal, Ona Dibaax, Ganda Gaalessaa keessatti, Roobii kaleessaa (Onkoloolessa 13, 2021) Uummata Oromoo irratti banameen, aayyoo deessee ulmaa jirtu dabalatee, Oromoonni jaha (6) haala suukanneessaan ajeefamuu. Haaluma wal-fakkaatuun, duula duguuggaa sanyii, Dilbata Onkoloolessa 10, 2021, Konyaa Baha Wallaggaa, Ona Giddaa Kiiramuu, MagaalaaContinue reading “Matakkal: Oromoonni 6 garee Faannoo jedhamuun ajjeefamaan.”

Tarkaanfii fi Injifannoo WBO Zoonii Kibbaa(Ibsa Ajaja Ol’aanaa ABO-WBO Irraa)q

Sirni weerartuu Abiy Mohamed, PPn Onkololeessa 1 hanga Onkololeessa 8 ti duula lafa WBOn dhuunfate deebiffachuuf addoota waraana hedduu, Gujii Bahaa fi Gujii Lixaa keessatti weerara banuuf tattaafattee ture. WBOnis duula faallaa weeraraa gaggeesseen of irraa faccisuun of-irraa qolachuudhaan waraana weerartuu PP 592 ajjeesuun, 815 ammoo madeessuun, meshaalee waraana gosa hedduu booji’uun, weerara faashiistiin PPContinue reading “Tarkaanfii fi Injifannoo WBO Zoonii Kibbaa(Ibsa Ajaja Ol’aanaa ABO-WBO Irraa)q”

Lolaa walloorraatti Naannoon Amaara banee ilaalchisee

Kaaba Oromiyaa wallootti yeroo Amaarri uummata oromoo walloo irratti lola bantee aanga’aan Amaaraa oromoon hunduu tokko jechuun hojjetaa waldaa gamta Kan ta’ee nama Tashaalee Addunyaa jedhamu kan mana isaa kireeffatee taa’u ajjeese. Erga lola sanaatii walloo irraa lafa isaas mana isaas gurguratee loojistikii liyyuu haayilii Amaaraa tahuun oromoo walloo dugugsisaa ture. Torbe kana keessa kaabineeContinue reading “Lolaa walloorraatti Naannoon Amaara banee ilaalchisee”

The difference and similarity of Abysinia Ethiopia and the Habashit.

Are Abyssinia and Ethiopia the same country? When was the country called Abyssinia and when was it called Ethiopia? Also, who were the Habashat? Abyssinia and Ethiopia is the same country, and both terms are used interchangeably.The term Aethiopia has been used by the ancient Greeks to describe the Sudanese and the Ethiopians, because theContinue reading “The difference and similarity of Abysinia Ethiopia and the Habashit.”

Dhangaa dirree lolaa, oolmaa bultii WBO giddu galaa!

Weerartuu haleeluun ittuma fufeera. G/gala Oromiyaa shawaa lixaa Aanaa Gindabarat Magaala Kaachsiitti halkan edaa sa’aa 7:00 irraa hanga barii lafaatti irree fi gaachanni saba cunqurfamaa Qubsuma waraana PP fi waajjira poolisii Aanichaa magaala Kaachisiitti argamu marsuun waraana weerartuu pp haleeluun haga ammaatti odeessa qulqullaa’een 13 du’aa fi 21 madoon adabuu qulqullaa’ee jira. Humni weerartuu kunContinue reading “Dhangaa dirree lolaa, oolmaa bultii WBO giddu galaa!”

Dhangaa dirree Lolaa giddugala Oromiyaa irraa

Giddu gala Oromiyaatti Irree fi gaachanni saba cunqurfamaa guyyaa har’aa humnoota weerartuu pp adabee jira. @Haaluma kanaan, Godina shawaa lixaa Aanaa Gindabarat ganda #Culluxxee bakka Dagaalii jedhamutti waaree booda haleellaa waraana weerartuu pp irratti taasiseen battalumatti 10 ajjeesuun 14 ol madoo taasisera.=> Aanuma kana bakka #Gibbiddaa jedhamuttis tarkaanfii laalessaa fudhateen hedduu ishee du’aa fi madoonContinue reading “Dhangaa dirree Lolaa giddugala Oromiyaa irraa”

Odeessa lola kaabaaf balaa Oromoo walloo muudatuuf jiru.

Lollii gaarii hin qabu, garuu nagaa waaraa foduuf lolanii diina farra nagaa waaraa tahee buqqisuun dirqama. Haa tahuutii balaa humnoota kaabaa gidduutti uumameen Oromoon walloo miidhamaa jira. Miidhaa kana jalaa bahuun kan danda’aamu immoo taatoo lolichaa(actor) tahuu qofaani. Kanaaf Oromoon walloo lola kana irraatti of kabachiisuun dirqama. Daangaa ofii kabachiifatuun gahee abbaati. Guyyaa har’aa kanaasContinue reading “Odeessa lola kaabaaf balaa Oromoo walloo muudatuuf jiru.”

Odeessa dirree lolaaf, Injifannoolee galmaa’an.

Walumaa galaatti guyyoota 3n drbaan WBOn kibbaaf g/gala Oromiyaa iddoolee murasa odeessi nu dhaqqabee qofaatti Humna diinaa 110 ol ajjeesuun 108 madoo jabaan adabee jiraa. gaafa guyyaa 05/10/2021Irreef gaachanni Ummata Oromoo WBOn zoonii GG kaaba shaggar ona Dagam ganda yaayyaa haroo keessatti lola cimaa guyyaa sa’aa 10:00 hanga galgala sa’aa 1:00 deemen 27 ol battalattiContinue reading “Odeessa dirree lolaaf, Injifannoolee galmaa’an.”

ODUU INJIFANNOO WBO ZOONII KIBBAA KONYAA GUJII LIXAA

Guyyaa 05/10/2021 Gootichi Waraana Bilisummaa oromoo WBOn Zoonii kibbaa konyaa Gujii Lixaa CIBRAAN MADDA ALBUUDAA, Buttaan baddaa magaadaatii fi Malkaa sooddaa waliin ta’uun gaafa guyyaa 04/10/2021 tiksitootaa fi leellistoota impaayeera Tophiyaa osoo isiin maqaa sakattaa WBO tiif jettee duula duguuggaa sanyii kan uummata oromoo irrattii gaggeeffamaa jiru kana galmaan geyiisaaf olii gadi fiigduu WBOn sa’aatiiContinue reading “ODUU INJIFANNOO WBO ZOONII KIBBAA KONYAA GUJII LIXAA”

Dhaamsa Irreechaa Bara 2021(Ajajaa Ol’aanaa ABO-WBO Irraa)

Hunda dura baga ayyaana irreechaa kan bara 2021f isin gahe, waliinuu nu gahe jenna. Guyyaan kun guyyaa hawwamaa fi kabajamaa, Oromoon Onaa fi Ollaan, Reeraa fi Dhedaan walitti bahee, malkaa bu’ee coqorsa jiidhaa qabatee,  miyuu  ciicootti naqatee, bunaa qabatee Waaqa uume isaa kadhatu waan taheef;  namni  guyyaaa har’aa  jirenya  isaa keessatti, ayyaana kana lubbuun dhaqqabe, Horaa-bulaaContinue reading “Dhaamsa Irreechaa Bara 2021(Ajajaa Ol’aanaa ABO-WBO Irraa)”

Design a site like this with WordPress.com
Get started