Oromiyaan Mootummaa walabaa kan fedhii uummata bal’aa Oromoof ilmaan haqaa sabboontota Oromoon ijaaramtee harkatti deebi’uun nagaa waaraa godina gaanfa Afrikaa fi baha Afrikaa fiduuf waan fardiidha. Kanarraa kan hafee Mariin qooddaan gartokkee qaama Oromoo fi Oromiyaa alaatti dhiibanii gaggeeffamuu kamiyyuu rakkoo nageenyaa babal’aataa jiruu jabeessa malee furmaata tahuu hin danda’uu. Giddu seentonni qaama walabaati ofiinContinue reading “Yeroo kanatti Mootummaa uummataa ijaaramaa jiruu tumsuun waan fardiidha.”
Author Archives: Bakakkaa Bonaa
Urgent Joint Press Statement of the Oromo Liberation Front & Oromo Federalist Congress (OFC)
OLF and OFC Denounce the Unlawful Mistreatment of Oromia Refugees by the Kingdom of Saudi Arabia in its Detention Centers. 21 June 2021 The Oromo Liberation Front (OLF) and Oromo Federalist Congress (OFC) are enormously saddened and shocked by the atrocities of the of the Kingdom of Saudi Arabia on the Oromia refugees in itsContinue reading “Urgent Joint Press Statement of the Oromo Liberation Front & Oromo Federalist Congress (OFC)”
Filannoo’ Sirna Fashistii Utubuuf Gaggeeffamu Irraa Qooda Fudhachuun, Yakka Ofii fi Saba Ofii Irratti Dalaguu Dha!(Ajajaa ol’aanaa ABO-WBO)’
Seenaa siyaasaa impayera Itiyophiyaa keessatti filannoo fakkeessii malee, filannoon uummataan fudhatame gaggeeffamee hin beeku. Filannoon amma partiin Bilxiginnaa nan gaggeessa jechaa jiru kunis, kan ulaagaa filannoo guutuu hin dandeenye qofaa osoo hin taane, kan maqaan filannooyyuu kennamuufii hin malle dha. Akeekni filannoo demokratawaa tokkoo fedhii uummataa irratti hundaa’ee haqaa fi bilisaan, aangoo siyaasaa filannoodhaan uummatattiContinue reading “Filannoo’ Sirna Fashistii Utubuuf Gaggeeffamu Irraa Qooda Fudhachuun, Yakka Ofii fi Saba Ofii Irratti Dalaguu Dha!(Ajajaa ol’aanaa ABO-WBO)’”
WBOn Wabii Keeti✊
Goota kabaja haayyoof,Lubbuu ofii wareegeJagna kabaja kaayyoof,Har’asaa boriin eege!! Qabeenya qaalii qabdu,Afaan si sakaalaniiAkkati hundeen baddu,Shiraan si takaalanii! Hattuudha shaneedha,Of keessaa balleessi jedhanOromookoo, Diinonnikee,Warri badiisakee fedhan! Gariin afaan wallaale,Abdiisaatu coolligeeGariin dhugaa hubate,Galaana haqaatti jige! Haatahu malee kunoo,Martuu haqa WBO argeRasaasa mudhii WBOn,Qabsoon deebihee marge!! Jirra✊
The OLA continued training Oromos Qeerroo & Qarree those who played role in changing the situation of Ethiopia horn Africa politics during TPLF leads EPRDF
In Ethiopia the Oromo youths those pay life to took the current Prime minister to power are joining the OLA. In case the main agenda of oromo struggle is not buildomg the Empire as a new. For the last three years, From many direction Oromos youth those who are opposing the current bandit PP groupsContinue reading “The OLA continued training Oromos Qeerroo & Qarree those who played role in changing the situation of Ethiopia horn Africa politics during TPLF leads EPRDF”
Siyaasaaf kichuu ta’uurraan kan hafee, Bilisummaaf Walabummaa ofiitif Tarkaanfii NATO fi UN caala WBO jabeessuutu furmaata.
Wallaalummaa fi jaanjummaa siyaasaa:—————————————————> Yaa uummata Oromoo maaloo dhiifama guddaa waliin irra dedeebi’een isiin kadhadhaa wallaalummaa fi jaamummaa siyaasaa keessaa ba’aa! Maaliif barabaraan siyaasatti xobbee taanaa laata? NATO, G7, UN Peace Keepers, yookan Waraanni Amerikaa waa’ee Itophiyaa haasa’uun yookan Itophiyaa seenuun rakkoo Oromoo ittuma hammeessa malee furmaata tokkoyyuu hin fidu. Abiyii/Nafxanyaa garuu hedduu fayyada. AkkanContinue reading “Siyaasaaf kichuu ta’uurraan kan hafee, Bilisummaaf Walabummaa ofiitif Tarkaanfii NATO fi UN caala WBO jabeessuutu furmaata.”
The accustomed lie of Ethiopia Govt on their press release as a result of operation and the horrific actions of Eritrean mercenaries in middle Oromia.
Ethiopia leaders and their coworkers are lieying other worlds for continous 150 years. The current autocrat group that inherit the behaviour of past dictators are still lie to sty on power with out time boundary. The imperialist group are still kiding to foolish the oromo peoples, they need to achieve political benefits from their uselessContinue reading “The accustomed lie of Ethiopia Govt on their press release as a result of operation and the horrific actions of Eritrean mercenaries in middle Oromia.”
Lolaan WBO injifachuu kan dadhabee humni diinaa lubbuu namoota meeshaa maleeyyii jumlaan dabarsaa jira
Oduu tarkaanfii WBO zoonii GG waxabajjii 10/06/2021 WBOn giddu galeessa Oromiyaatti gudhatee Irreef gaachanni Ummata oromoo WBOn zoonii GG ona Abunaa gindabarat ganda awwaala battee keessatti humni weerartuu shaabiyaa fi Neo nafxanyaa gindoorraa gara kaabaa/faajjii ce’aa osoo jirtuu haxxee itti hidhuun 25 cirracha sulala mogor keessatti yoo ajjeesu, 20 ol madoo dandammii hin qabne taasisuunContinue reading “Lolaan WBO injifachuu kan dadhabee humni diinaa lubbuu namoota meeshaa maleeyyii jumlaan dabarsaa jira”
OLF statement on illegal deployment of Eritrean troops in Oromia and Gumuz region
New Large-Scale Deployment of Eritrean Soldiers in Oromia and Benishangul-Gumz Regions is Proving a Devastating level of Conflict and State Failure. (OLF Statement June 11, 2021) The OLF and other concerned national and international bodies had been repeatedly warning the danger of foreign involvements in the internal affairs of Ethiopian. Despite the continuous diplomatic engagementsContinue reading “OLF statement on illegal deployment of Eritrean troops in Oromia and Gumuz region”
Supporting OLA & pushing armed struggle by being with OLA is better for Oromo, than waiting the western resolution on Ethiopia & Oromos conflict.
Today OLA has a huge structure in side oromia, nothing can separate our people (Oromos) from his defence force OLA. The rest of world those who need to involve in Ethiopia and Oromo conflict as a 3rd body have to know that the OLA is non stopable, confident, well armed & deep institution that can’tContinue reading “Supporting OLA & pushing armed struggle by being with OLA is better for Oromo, than waiting the western resolution on Ethiopia & Oromos conflict.”