Sabboonummaa Oromoo fiixee irraa gara golga Itophiyummaa (cover fake nationalism akka political ideology) summeeffamuutti. Uummaanni tokkoo eenyummaa fi biyyaa qaba kan jedhamuu yoo sabboonummaa qabaateedha. Sabboonummaan uummaata tokkoo kan ibsamuu immoo wantoota jiruu ofii guyyaa guyyaa keessatti godhatuu kanneen eenyummaa, duudhaa, aadaa, sirnaa, ogummaa fi beekumsa ganamaa sabichaa waliin walqabatuuni. Oromoonis sabbonummaa isaa Oromummaa keessaanContinue reading “OROMOO AKKA KURDOOTA?????… moo oromoo akka AYYUUDOOTAA??…”
Author Archives: Bakakkaa Bonaa
lolaa qindaawaa qaama mootummaa ofiin jedhuun Oromoo irraatti tahaa jiruu
duulli Horroo guduruutti godhamaa jiruu PPn hoggaanama. waggoota dheeraaf duulli Oromummaa fi Oromoo irraatti taasifamuu akeeka minilik Oromoo balleesse biyya Oromoo Dhuunfachuuf qabatee ka’ee qaama Lola Galmaan gahuuf saganteeffamuuti. lollii kun karaa lamaan adeemaa jiraa. A. Bara nugusootaa, kan dargii fi Wayyaanee keessaa Saboota biraa fi keessattiyyuu warraa kaabaa fidanii Oromiyaa keessa qubaachiisaa turaan. QubaachiisunContinue reading “lolaa qindaawaa qaama mootummaa ofiin jedhuun Oromoo irraatti tahaa jiruu”
the agenda is part of a genocidal campaign they are planning to launch against the Oromo
The most friendless people in this empire are the Oromo. on the contrary, they are all enemies of Oromo and Oromummaa. your attempts to legalize the massacre of the Oromo with this bush propaganda campaign will bring you serious danger. it is Abiy Ahmed who has prevented an independent body from entering to investigate allContinue reading “the agenda is part of a genocidal campaign they are planning to launch against the Oromo”
Diinni Oromoon ammaatti qabuu PP fi Ethiopia qofa
Diina waloo waliin qabaachuuf akeeka waliitti hirkatuu ykn wal miilu(wal tumsuu) ykn waliif dahoo tahee qabaachuun waan dursuu qabuudha. *Dhimma dibbee lola kaabatiin walqabatee jiruu ilaalchisee, diinni keenya waliitti nu nyaata kanaaf nutii waltaane dhimma keessoo keenyatti waliin qabnu dhiise, isa halaalaaf walfaana dhaabbachuu qabna. Kan PPn jettuuf.Oromoon PP waliin dhimma waloo qabuu yoo jiraateContinue reading “Diinni Oromoon ammaatti qabuu PP fi Ethiopia qofa”
MIL’UU WAGGOOTA 10n KANA DABARSEEF #ADAWAA! ANAAN, OFUUMA KOOTIRRAA!
Kuni kan koo kan akkaa dhuunfaa namaa tokkootti ani ergaan waa hubachuu eegalee gannoota 10n darbaan kana ilaalee taajjabeedha. Wantootni ganna 10n darbaan kana keessatti jijjiiramaan danuudha. Kan biraa haa hafuutii 2015 keessa yeroo adawaan kabajamuuf jedhuu namoota adda dureen habashaa dura dhaabbatanii guyyaan kun oromoo akka sabaatti nun ilaallatu: waan irraa argannee hin qabnuuContinue reading “MIL’UU WAGGOOTA 10n KANA DABARSEEF #ADAWAA! ANAAN, OFUUMA KOOTIRRAA!”
●Sababoota Itophiyaan itti fufuu hin dandeenyeef!
Gaaffiin eenyummaa sabootaa kan saboota biyyaa kanaa erga koloniitii gaafataa turaan deebii argannaan impaayeerri kun bu’uura akeeka ijaaramaa isaan itti fufuu waan hin dandeenyeef, gaaffiin uummataa yoo deebii argatee ofiitti deebitee waan akeeka itti fufaa dhabduuf ni diigamtii. Sababa kanaaf tolaan gaaffii sabootaa kan bilisummaa, walabummaa mirgaaf eenyummaa abbaa biyyummaa hin kennituu. Kanaafis gaaffiin kunContinue reading “●Sababoota Itophiyaan itti fufuu hin dandeenyeef!”
What did the PP planned for future?
The PP is a legal terrorist in the Horn of Africa who is disrupting the social life and peace of the citizens of Oromia, other nations of the Ethiopian empire and neighboring countries of Ethiopia A. He is going to wage a mass war against civilians. and this is what he has lost in theContinue reading “What did the PP planned for future?”
Diinni maaliif deema?
PPn shoroorkeessaa beekamtii qabuudha(PP is a legal terrorist) gaanfa afrikaatti jireenyaa hawaasaa fi nagaa lammillee oromiyaa, saboota impaayeera itophiyaa biroo fi biyyoota ollaa Itophiyaa jeequtti kan jiruu PP Abiyyiin durfamtuudha A. Lolaa jumlaa uummata nagaa haleeluu gaggeessee aarii siyaasaan injifatamee uummataatti bahuuf jiraa.Kunis karaa lamaan gaggeessaa jiraa. -Kan jalqabaa uummata nagaa lafa lollii hin jirreeContinue reading “Diinni maaliif deema?”
Sababoota Nagaa waaraan gaanfa Afrikaatti dhufuu hin dandeenyeefiitu jiraa.
Nagaa waaraan humnoota akeeka waldhiitu qabaan gidduutti kan dhufuu qaamni hundii waan isa ilaallatuuf waan barbaadee bahee karaa dubbiif mariin yoo gahee isaa argate qofaadha. Haala ammaa impaayeerri itophiyaaf gaggeessitoonni sirnichaa fedhaniin akkasumaas ergamtoonni sirna kanaa yaadaniin nagaa waaraatu dhufaa osoo hin taane jeequmsa itti fufaa dhaabbatuu hin dandeenye dhalchaa. Kanaaf immoo sababni guddaan fedhiiContinue reading “Sababoota Nagaa waaraan gaanfa Afrikaatti dhufuu hin dandeenyeefiitu jiraa.”
what we need to know as a nation at this time
The sacrifices paid over the past fifty years has been a bridge for us to get here. Today, the precious sacrifices made by the people as a nation to defend their freedom and identity and the journey to summarize the sovereignty demand deprived for more than 140 years continue without interruption! so our journey isContinue reading “what we need to know as a nation at this time”