drone attack on 03/11/2022 in Oromia in west Wallagaa, Bojjii Dirmaji district, Biilaa town.

A partial list of Oromo civilians tenaciously massacred by the Ethiopian government air force -drone attack on 03/11/2022 in Oromia in west Wallagaa, Bojjii Dirmaji district, Biilaa town.

Oromiyaa, Wallaggaa Lixaa, Aanaa Boojjii Dirmajii, Magaalaa aanichaa Biilaatti Oromoo yakka sanyii duguggaa mootummaan sirna Nafxanyaa Abiyii Ahmad Alii haleellaa xayyaara waraanaa (Diroonii) gaafa 03/11/2022 ajjeesee fi madeessee.

A/ Kan ajjeefaman (killed):

  1. Abdii Abaataa Dastaa_Didibbee Tuulii
  2. Gaaddisaa Kifaluu _Didibbee Tuulii
  3. Yoseef Eliyaas Caalii _Didibbee Tuulii
  4. Toomaas Faqqadaa Bulchoo _Didibbee Tuulii
  5. Firoomsaa Booranaa Horataa_Didibbee Tuulii
  6. Maarqos Haftaamuu Tarfaasaa Didibbee Tuulii
  7. Mootii Daawwit Haayilee _Didibbee Tuulii
  8. Eebbaa kamisoo Fufaa_ Didibbee Tuulii
  9. Daattaa Tamasgeen Odaa _Magaalaa Biilaa
  10. Jawaar Ayimad Nagaash Magaalaa Biilaa
  11. Amantii Fayyisaa Bultii Umurii 11
  12. Galataa (Sichan) Yohaannis Biraanuu Umurii 15_ Biilaa 01
  13. Obsaa Zawudee _Ganda Boobinee
  14. Guutaa Efireem _Ganda Boobinee
  15. Ayyaanaa Eliyaas _Ganda Boobinee
  16. Ebbisaa Addaamuu _Ganda Boobinee
  17. Daannoo Tasfayee _Ganda Boobinee
  18. Sirriiqaa Firoomsaa _Ganda Boobinee
  19. Ayyantuu Soorii _Ganda Boobinee
  20. Iyyaasuu Imaanoo Biraasaa_Ganda Boobinee
  21. Qananii Imaanoo_ Ganda Boobinee
  22. Guutaa Tsaggaayee _Ganda Boobinee
  23. Maarqos Tottoobaa Gammachuu _Baabboo congee
  24. Solomoon Tottoobaa Gammachuu _Baabboo Congee
  25. Eebbaa Soorii Mirkanaa_ Tullu Gurraachaa
  26. Qananii Amaanu’eel Aagaa umurii 22 _Biilaa o1
  27. Ifaa Adimaasuu Nagaasaa umurii 23_ Lalisaa jeetoo barataa Universiitii.
  28. Milkeessaa Tasfaayee Guutamaa umurii 9 _Biilaa 01
  29. Amaanu’eel Taarreqenyi Ganda Lalisaa Boojjii (B.Coqorsaa)
  30. Dabalaa Yohaannis Abdii Ganda Baabboo congee
  31. Dinqaa Tsaggaayee Haayilee_Biilaa 02
  32. Guutamaa Taaddasaa Baqqalaa_Biilaa 02
  33. Solomoon Margaa Gammachuu_ (GandaAmumaa Booree)
  34. Ifaa Waaqwayyaa _Biilaa 02 (H.Mootummaa)
  35. Badhaasaa Takilee Ittafaa Didibbee Tuulii
  36. Tarreessaa Baayisaa Saadaa _Didibbee Tuulii Qotee bulaa
  37. Waaqtolaa Tiksaa Nagaasaa umurii 11_ Didibbee Tuulii barataa kutaa 5ffaa.
  38. Eebbaa Qajeelaa Bulaa. (Barataa kutaa 12ffaa. Ganda Amumaa Booree)
  39. Milkoo Dabalii Jiraa. (Ganda Ammumaa Booree)
  40. Mangistuu Jireenyaa Goofaraa (Ganda Amumaa Booree)
  41. Ayyaanee Maatiwoos Kabaa (Ganda Biilaa)
  42. Ifaa Adimaasuu Nagaasaa B. Yunversitii (Ganda Innamaayii Gemer)
  43. Iyyoob Immaanaa Waakkennee (Ganda Innamaayii Gemer)
  44. Ayyaantuu Soorii Kutaa 12 (Ganda Boobinee)
  45. Mangashaa Faqqadaa Waaqjiraa (Ganda A. Agaloo)
  46. Abdii Amaanu’eel Ittaanaa umurii 18, kutaa 12, (Ganda A. Agaloo
  47. Tigisti Shifarraa (Ganda Gomboo Boojjii)
  48. Dassaalenyi Dhibbisaa Fidaa (Ganda Biilaa 01)
  49. Kumashee Dassaalenyi Dhibbisaa, um. 13, kutaa 7, ( Biilaa 01)
  50. Qananii Geetaachoo ayyaanaa l.jeetoo kutaa 9
  51. Dirribaa Geetaachoo Ayyaanaa Jeetoo kutaa 5
  52. Guutamaa Taadasee Baqqalaa Um 22, Biilaa 01 Barataa Universitii
  53. Guutuu Efreem Abdii um 17, kutaa 10, Biilaa 01
  54. Saamuel Gammachuu jiraa um 14, Biilaa 01, kutaa 7ffaa
  55. Yaadataa Guutaa um 11, Innamaayi Gemer kutaa 5ffaa
  56. Dinqaa Jaallataa Haayilee um 17, Biilaa 02 kutaa 9
  57. Amaanu’eel Waaqtolaa um 17, Biilaa 02 kutaa 10ffaa
  58. Dawit Ayyaanaa Toluu umurii 15. Biilaa 01 kutaa 9,.
  59. Duulaa Tsagayee, um. 28 Biilaa 01 D. Bulaa
  60. Ilillii Dabalaa um 17, Biilaa 01 kutaa10
  61. Gammachiis Girmaa Biraanuu, Um 10, Ganda B. congee, kutaa 2
  62. Chuchu Girmaa Biraanuu Umurii 17 Kuta 10 babo congee.
  63. Lammeessaa Waggaarii, um 27 Biilaa 01 kolleejjii
  64. Yoseef Shifarraa Urgeessaa, Gomboo Boojjii
  65. Marqos Giraanyi Barii, Gomboo Boojjii
  66. Habtaamuu Caalii Aagaa, Gomboo Boojjii
  67. (Maqaan hin baramne) maqaan abbaa Yaaataa Baqqalaa, Gomboo Boojjii.

2/ Madoo (critical and minor injuries)

Kan rakkoo maallaqaan yaala ga’aa dhabanii miilaa, harkaa kan irra citee fi qaamni madaa’ee kan du’aa fi jireenya gidduu jiran. Gargaarsa barbaadaa kan jiran barbaadaniidha.

  1. Lalisaa Amaanu’el Ittafaa um 27 Biilaa 02
  2. Dastaa Tasfaa Tarrafaa um 20 Biilaa 02
  3. Niftaalem Addaamuu Shifarraa um 18, L.Bobinee
  4. Taaddalee Dafaa Moosisaa um 19, L.Bobinee
  5. Ifaa Isaayyaas Dumeessoo um 10, Biilaa 02
  6. Amaanuu Fayyisaa Bulii um 12, Biilaa 02
  7. Mikaa’el Badhaasaa Guutamaa um 10, Biilaa 01
  8. Ifaa Waaqwayyaa Haayiluu um 25, Biilaa 02
  9. Lammii Guddataa Tasammaa um 12, Biilaa 01
  10. Efreem Balaayi Galata um 16, L. Bobinee
  11. Geetahuun Abdii um 25, Biilaa 01
  12. Geeta’uun Qajeelaa um 21, Biilaa 01
  13. Boonaa Efreem Abdiisaa um 15, Biilaa 01
  14. Araaraa Amanuu Gaarummaa um 22, L.Bobinee
  15. Surraa Amaanu’eel Fiqaaduu um 14, B.Bojjii
  16. Maarqos Malaakuu Caalii um 22, Biilaa 02
  17. Hiikaa Addisuu ciibsaa um 42, L.Bobinee
  18. Waaqtolee Birruu Dinqaa um 18, A.Booree
  19. Baacaa Haftaamuu um 18, D.Tuulii
  20. Gammachiis Ayyalaa Gennetii um 16, D.Tuulii
  21. Geetahuun Abdiisaa Fufaa um 25, Biilaa 02
  22. Yohaannis Geetachoo um 10, Biilaa 02
  23. Shuurumuu Fiqaaduu Jiraa um 43, Biilaa 01
  24. Kennesaa Taaffasee Tasammaa um 25, Biilaa 01
  25. Naardos Alamaayyoo Abdachuu um 19, B. Coqorsaa.
  26. Iyyaasuu mangaagaa Dabalii um 18, Biilaa 01
  27. Yoseef Asfawuu Barkeessaa um 28, Biilaa 01
  28. Ifaa Abdiisaa Teessoo um 30, Biilaa 01
  29. Gammachiis Taaddasee Geetahuun um 23, Biilaa 02
  30. Jaallataa Taaddasee Abdiisaa um 11, Biilaa 02
  31. Leencoo Abdataa Caalaa um 20, L.kingii
  32. Lalisaa Biraanuu Ittaanaa um 18, A.Booree
  33. Fayyisaa Naggasuu Haayiluu um 23, Biilaa 02
  34. Abdii Girmaa Qalbeessaa um 21, D.Diimtuu
  35. Yaaqoob Tasfaa Birruu um 16, Biilaa 02
  36. Faqqadaa Galataa Yaadataa um 79, L.Boobinee
  37. Dabalii Tsaggaayee Teessoo um 25, Biilaa 01
  38. Kennesaa Girmaa um 18, Wandoo Innamaayii
  39. Abdii Yaadataa Kumarraa um 18, I.Gemer
  40. Leencaa Margoo Tolosaa um 24, Biilaa 01
  41. Daawwit Waaqtolaa Barii um 30, Biilaa 01
  42. Duulaa Yaadataa Cawwaaqaa um 25, Biilaa 01
  43. Badhaasaa Haftaamuu Haayiluu um 15, Biilaa 01
  44. Girmaa Qumburii Qannoo um 35, Biilaa 01
  45. Saamu’eel Daattaa Mitikkuu um 22, Biilaa 01
  46. Naatinaa’el Gammachiis Moosisaa um 9, Biilaa 01
  47. Gammachiis Darasuu Birruu um 30 H.Xobbii
  48. Isaayyaas Lataa Gammachuu um 23 H.xobbii
  49. Abdii Raggaasaa Mullataa Um 15, Biilaa 01
  50. Leencaa Abdataa Caalii um 20, L.Kiingii
  51. Yohaannis Geetahuun um 10, Biilaa 02
  52. Ermiyaas Dirbabaa Olaanaa um 18, Tullu Gurraachaa
  53. Maarqos Malkaamuu um 28, Biilaa 02
  54. Eliyaas Abdataa um 20, L.Boobinee
  55. Abdii Gammachiis Um 15, Biilaa 01
  56. Lataa Fiqaaduu Jireenyaa um 21, Biilaa 01
  57. Abdii Yemaanee Kabaa Um 17, Biilaa 01
  58. Gaarii Abaataa Ayyalaa
  59. Abdii Tolaa Yaadataa
  60. Milkeessaa Maatiwoos Kabbade
  61. Waaqtolaa Yaadachuu um 35, Biilaa 01
  62. Lata Tasfayee umu. 25 kuta BLT mormaf jilba,
  63. Dawit Ayyaanaa Toluu Um 15, Biilaa 01 kutaa 9,
  64. Taaffasee Caalaa umu. 60 Biilaa 01
  65. Abdii Yemaanee kabaa Um 16, Biilaa 02 kutaa 10
  66. Ifaa Desta Shafarra, um. 21. Boobinee.

Published by Bakakkaa Bonaa

i am a voice of voice less Oromo peoples those invaded by the milinikians for 150 years and know by ertirea force

Leave a comment

Design a site like this with WordPress.com
Get started