IJA KEE YAA OROOMOO!GALMEE አምጣ።

Waggaan soddoman harr’aa waan ABO hojjete keessaa tokkoo fi ijoon qubee afaan Oroomooti. Inni lammeessoon seenaa keenya daganne nubarsiisuudha.Kan akka kanaa ilmaan habashaatti dhukkuba qubaa itti ta’e hinjiru.

Dhimma kana ofduuba deebisuuf,kitaaba awwaaluu fi gubuun,barsiisota ajjeesuu,hidhuu,sadarkaa guddinaa dhorkuu,hari’uu,barattoota maqaa ilaalanii qabxii gadibuusuun keessumaa yuunivarsiitii keessaa hari’uu,waajjiraalee Oromiyaa hunda keessatti ilmaan habashaa sagaassagamuun akka afaan kun itti hinhojjetamne gochuun hojjettoota Oroomoo ta’an hari’uu,akka hinguddanne sababa ittibarbaaduun sadarkaa guddinaa dhorkuu,bakka gadi aanaatti ramaduun fi faayidaa adda addaa dhorkachuun hamilee cabsuun akka afaanicha hindubbatamne fi itti hinhojjetamne godhamaa harr’a gaheera.

Baajatni barnootaaf Oroomiyaa keessatti bahu kan ittifayyadamu ijoollee habashaa fi dhaloota habashaati. Ilmaan oroomoo yoo barattes hojiin hinjiru.Manni maxxansaa akka afaankanaan hinmaxxansine sababa hedduuti ittibarbaadame cufama.Afaanlanaan gaazexaan hojjetu meerre?Afaan kanaan tv,raadiyoo,fm sirnaan hojjetaa jiru isa kami? Afaan kanaan yoo sirbame niajjeefamti ijoolleen.Kun obsa nufixachiisu qaba.

Afaan Oroomoo eessatti dubbattee nagaan galta harr’a naannota kaan biratti? Eenyu kan afaan isaan hindubbanbe oromiyaa keessatti? Salphinni kun nurraa gab jechuu qaba.

Gamee አምጣ።Mana Galmee ሂድ።Harshammee ሙላ።Miinda እኮ ወቷል።Durgoo ወቷል።kkf dha haalli hojii mana hojii Oromiyaa keessatti argamu. Baayyee kan nama gaddisiisudha. Haala kana Oroomoon obsee haata’uu dhedhoome dhaga’aa fi ittijiraataa oolee galu waan isaa namaaf hingalu.

Waajjirri barnoota Oroomiyaa yoo tole jedhee fudhate ityi hinmurtaa’u. Maaliuf? Harki 90 ol kan waajjira sanatti guutame ijoollee habashaatika! Kun gonkuma ittifufuu hinqabu!

Qilinxo lamu(PHD)

Injifannoon Uummata Oroomoof!!

Published by Bakakkaa Bonaa

i am a voice of voice less Oromo peoples those invaded by the milinikians for 150 years and know by ertirea force

Leave a comment

Design a site like this with WordPress.com
Get started