Dhangaa dirree Lolaa! INJIFANNOO WBO ZOONII KIBBAA18/12/2021

Irree fi gaachanni ummata oromoo kan ta’ee wbo,n zoonii kibbaa cibiraan gumaa baasi Tuulaa surroo godina gujii lixaa keessa socho’u , Aanaa gadabi ganda shiffoo jedhamutti humna addaa naannoo ummata kibbaa ergama motummaa nafxanyaa fudhatani wbo lolaaf yeroo socho’anitti dursee haxxee itti hidhuun nama kudhanii lama ol battalatti yoo ajjesuu,nama sagal immoo madoon adabeera.Akkasumas konkolaataa paatiroolii tokko guutummaatti barbadesseera.Gama meeshaatiin qawwee Akm afur,rasaasa bireenaa 300 ,borsaa 13 fi uffata waraanaa hedduu irraa booji’un galii qabsoo bilisuummaa ummata oromoof olcheera.
Dabalataan immoo ,Aanaa galaanaa ganda qoochee jedhamutti tarkaanffi Wbo,n fudhateen waajira gandaa lama ibiddaan barbadeessuun hidhamtoota siyaasaa nama soddomaa ol bilisa baaseera.IUOF ! !

Published by Bakakkaa Bonaa

i am a voice of voice less Oromo peoples those invaded by the milinikians for 150 years and know by ertirea force

Leave a comment

Design a site like this with WordPress.com
Get started