Dhangaa dirree lolaa! WBOn duula qindaa’aa Itophiyaan itti banamee qolachuun waraana diinaa adabaa jiraa


Oduu injifannoo gotichaa woranaa bilisummaa oromoo zonnii kibbaa bahaa guyyaa 12/12/2021 godinaa arsii lixaa anaa heebaan arsii ganda dagaaga iddoo addaa kuukkee jedhamuuttii ganama sa’aatii 1:20 irraatti ergamtoota nafxanyaa ilmaan pp maqaa sakattaa shanee jedhuun qindooftee bultee ganamaan bobbaate haxxee itti hidhuun 12 du’aan adabuun 15ni ol madoo dandammii hin qabneen adabeera! Gama meeshaas meeshaa hedduu booji’uun dantaa qabsoof oolcheera

WBOn G/Galeessa Oromiyaa baha shaggaaritti guyyaa 11/12/2021
Irreefi gaachanni Uummata Oromoo tarkaanfii waraana gabroomfataa pp irraatti aanaa #Fantaalle ganda Haroo qarsaatti galgala keessaa sa’aa 7:00pm _ 10:00pm fudhateen loltuu pp 43 ol du’aan adabuun, hedduu madoo taasisuun ganama guyya 12 / 12 / 2021 konkolaataa oraalii fi petrol hedduun hospitaala Adamaatti guurrachaa ooltee. ganduma kana bakka karee, midhaqsaa, lafa gireenye mixii, bakka oo’ilee fi bakka qaxxaamuree fi basaqa kkf kan biroo meeshaa guddaan lafa nagaatti dhukaasaa ooltee, guyyaa har’aa ( 13 / 12 / 2021 ) itti fufuun gaara Fantaalle moortaaraa fi dishiqaan haadhaa jirti, uummatis qubsuma gaara Fantaalle jalaa buqqa’uun baqachiisutti argamti

Yeroo ammaa kanatti baaraagduun waraana gabroofataa pp itti buute uummati oromoo karayyuu, karrayyuummaa qofaan reebamuu fi ajjeesuutti jirti.
I U Of!

Published by Bakakkaa Bonaa

i am a voice of voice less Oromo peoples those invaded by the milinikians for 150 years and know by ertirea force

Leave a comment

Design a site like this with WordPress.com
Get started