Tarkaanfii WBO giddu-galaa ona Amboo keessa socho’uu: Buttaa Jaagamaa Badhaanee

  1. Onkoloolessa 25/2021 ganda Doobbii bakka laga dabbis(boxoo)tti waraana PP 3f afuriin deemaa jirturratti haxxee hidhee haleeluun 3f tokko daaraa godhee diina 5 ajjeesuun 11 madoo godheera.
  2. Onkoloolessa 26/2021 onuma Amboo ganda xuleetti ganama sa’aa 6:00am kaambii mana barumsaa sadarkaa 1ffaa xulee keessatti itti seenuun 7 ajjeesee 21 madoo hamaa fi 3 madoo salphaan adabeera.
  3. Onkoloolessa 26/2021 ammas dabalee ganda Dikii bakka Tulluu Kormaa jedhamutti konkolaataa waraana PP magaala Amboorraa fe’ee gara kaambii waraanaa ganda kaarraa keessa jiruutti geessee deebi’aa jiru karaatti eeguun daaraatti jijjiireera. Humna weerartuu birmannaaf ganda Galaan-waddeessaarraa gara sanatti birmannaaf dhuftes ofduuba deebiseera.
  4. Injifannoon Uummata Oromoof!

Published by Bakakkaa Bonaa

i am a voice of voice less Oromo peoples those invaded by the milinikians for 150 years and know by ertirea force

Leave a comment

Design a site like this with WordPress.com
Get started