Oduu Gaddaa, Duguuggaa sanyii Oromoo irraatti Humnoota finxaaleyyii Amaaraf Itophiyaan raawwatamee!

Namoota G/W/Bahaa Aanaa Kiiramuutti Lubbuun Darbuun
Reeffi isaanii argame.
Magaalaa Haaroo 01 keessatti arkaman.

1.Toleeraa Tukkuu
2.Olaanii Simas
3.Sennayit Mokkonnon
4.Lataa Silashi
5.Warqituu Simaa
6.Kibrit Simaa
7.Bakuunee Bayyanaa
8.Araaree Kibrit
9.Nagaraa Kibrit
10.Simaa Gorod
11.Wayituu Duuressaa
12.Abuunee Kabbadaa
13.Mitikkee Galataa
14.Daggituu Ayyaanaa 15. Galataa Wiirtuu 16.Hundarraa Saddeetaa
17.Abdiisaa Dabaloo
18.Jaallannee
19.Qalbii Balaay.

Namoota G/W/Bahaa Aanaa Kiiramuutti Lubbuun Darbuun
Reeffi isaanii argame.
Kan Ganda Caffee Guddinaa keessatti Argaman.
1.Fiqaaduu Goobanaa
2.Chuuchuu Dabaloo
3.Ayyaanaa Dhugumaa
Ganda Lalistuu Somboo
1.Gullee Fufaa
2.Daraajjee Guddataa
3.Guddataa Namoo
4.Dhugaasaa Zaruu
5.Gaarii Addunyaa
6.Taaddasee Ambaayee
7.Dassaalee Bayyanaa
8.Getaachoo Nugusaa
9.Magarsaa Dhugaasaa

Walumaa Galatti Reeffi Namoota 31 qabatamaan Warreen
argamanidha

Published by Bakakkaa Bonaa

i am a voice of voice less Oromo peoples those invaded by the milinikians for 150 years and know by ertirea force

Leave a comment

Design a site like this with WordPress.com
Get started