Odeessa dirree lolaa!

Bobbaa Laggasaa wagii gaafa 18/08/2021

ODUU INJIFANNOO.

Gaachannii fi irreen uummata Oromoo WBOn zoonii G/Galaa Lixa shaggar ona #Ilfataa ganda #ittisaa bakka yadaal jedhamtutti weerartuu PP Uummata gooluuf yaatu galgala (local time) 11:00 hanga halkan sa’aatii 2:00(local time)tti tarkaanfii haleellaa fudhateen 22 battalatti yoo ajjeessu 15 madoon adabee jira..

Waraanni PP lola kanaan faffacaate halkan sana kuftee cabdee magaalaa bakkeetti hangi galte galtee kaanimmoo faffacaatee karaa baddee Jooraa kan jirtu WBOn ganama kana (19/08/2021) duukaa bu’ee funaanaa jira. bal’iina isaa walitti deebina.
Injifannoon Uummata Oromoof!!
Hagayyaa 19/2021

Published by Bakakkaa Bonaa

i am a voice of voice less Oromo peoples those invaded by the milinikians for 150 years and know by ertirea force

Leave a comment

Design a site like this with WordPress.com
Get started