ODUU INJIFANNOO WBO Z KIBBAA04/07/2021) cibraa Odaa adoolaa buuttaa gaannalee siidaa gurrachaa

Leencichi bosona irreef gaachanni ummata oromoo wbon zoonii kibbaa konyaa gujii baha aanaa gooroo doolaa ganda bokkolaa keessatti ganama kana sa’aatii 3:30 ( local time) irratti loltuu nafxanyaa maqaa sakkataa jedhuun bobbatee irratti tarkaanfii laallesaa keessa deebii hin qabne fudhateen.loola gurguddaa iddoo lamatti godhamen injifannoo cululuqaa galmeesse jira

Iddoo jalqaba irratti haxxee hidhuun ofitti harkisee tarkaanfii fudhateen 10 oli du’aan adabuu hedduu madeese jira

Itti fufuun loola marsaa lammaffaa godhamen saddeet ajjeessuun shan madeesee jira loolli ammaas hin dhabbanne

Guyyumaa hardhaa kana aanaa gooroo doolaa ganda haadha dhaddacha keessatti buuttaa oddoo dooyyoof buuttaan gaannalee siidaa gurrachaa wal ta’uun tarkaanfii ofitti harkisuu taasisuun loltuu mootummaa gabroomfataa lama ajjeesse ari’uun of irraa deebisaa jira
Injifannoon uummata Oromoof

Published by Bakakkaa Bonaa

i am a voice of voice less Oromo peoples those invaded by the milinikians for 150 years and know by ertirea force

Leave a comment

Design a site like this with WordPress.com
Get started