
Oduu tarkaanfii WBO zoonii GG waxabajjii 10/06/2021 WBOn giddu galeessa Oromiyaatti gudhatee
Irreef gaachanni Ummata oromoo WBOn zoonii GG ona Abunaa gindabarat ganda awwaala battee keessatti humni weerartuu shaabiyaa fi Neo nafxanyaa gindoorraa gara kaabaa/faajjii ce’aa osoo jirtuu haxxee itti hidhuun 25 cirracha sulala mogor keessatti yoo ajjeesu, 20 ol madoo dandammii hin qabne taasisuun gargar fachaasee haga ammaa wal hin dhuunfatin jirti.
Bifuma wal fakkaatun Ona gindabarat ganda daargee keessatti weerartuu sakattaaf deemtu WBOn haxxee itti hidhuun 20 ol yoo ajjeesu hedduu madoon adabuun injifannoo boonsaa galmeessee jira. Reeffaf madooshii helekooptaraan fudhattee of duuba deebitee jirti.
Tarkaanfii kanatti kan dallante humni badduun kun ummata fayyaaleyyii 6 ganda dargee seenuun Bifa sukkanneessa ta’een ajjeeftee gattee jirti. Sa’aa amma kanas ganda doggomaa fi leemat keessatti lolli deemaa waan jiruuf bu’aasaa qabadheen deebi’a. Waraanni Ertiraa ajaja PPf Abiy Ahmadin Oromoo seenaa jirana daraan dabaluu isaanis odeessi keenya ni addeessa
kayyoo jabaan irraa kufe isa hafeetu milkeessa. Dhugaaf falmanna ni injifanna
IUOf!



