Injifannoo WBO

INJIFANNOO WBO ZOONII KIBBAA
Irree fi gaachannii Uummaata Oromoo WBOn Godina Gujii Lixaa Aanaa Bulee Horaa Ganda Roggichaa iddoo addaa Haroo adaamaa  jedhamutti Cibraan Madda Albuudaa Buttaa Malkaa Sooddaa loltuu mootummaa garboonfataa Toophiyaa maqaa WBO sakkaata’uuf bobba’ee gaafa guyaa 5/12/2020 guyyaa keessaa sa’aatii 8:00 irraatti tarkaanfii fudhateen lama(2) yoo ajjeesuu Saddet(8) madoon adabeera.
IUOf!!
Lolli hanga bilisummati.

Published by Bakakkaa Bonaa

i am a voice of voice less Oromo peoples those invaded by the milinikians for 150 years and know by ertirea force

Leave a comment

Design a site like this with WordPress.com
Get started