Cibraa Odaa bulluuq!!✊

Injifannoo WBO zoonii Lixaa Cibraa Odaa Bulluq! (Sadasaa 06, 2020)

Gootichi Waraana Bilisummaa Oromoo guyyaa har’aa Sadaasa 06, 2020 Lola humna Shiftaa Abiyyi bobbaase waliin gaggeesseen injifannoo galmeessiseera.

Haaluma kanaan Humna Shiftaa Abiyyi kan uummata dararuuf 80 taatee bobbaatee WBOtti dhaqte irratti tarkaanfii laalessaa WBOn Cibraa Odaa Bulluq Buttaan Eebantuu Muraasni Gaara Weennii Aanaa Haroo Limmuu Magaalaa Gabaa Ayyaanaa Ganda Uuchaa jedhamutti fudhateen 4 battalumatti yommuu ajjeesu 5 madoo dandammii hin qabneen adabee gara dhuftetti deebiseera.

Diina Oromoo darartu Oromiyaa keessaa baasuun hanga bilisummaatti itti fufa!
IUOf!

Published by Bakakkaa Bonaa

i am a voice of voice less Oromo peoples those invaded by the milinikians for 150 years and know by ertirea force

Leave a comment

Design a site like this with WordPress.com
Get started